Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Bulchiinsi magaalaa Finfinnee magaalichaatti gamoowwan, iddoowwanii fi manneen abbuuman isaanii hin…
Finfinnee, Onkololeessa 23, 2013 (FBC) - Bulchiinsi magaalaa Finfinnee magaalichaatti gamoowwan, iddoowwanii fi manneen abbuuman isaanii hin beekkamne argachuu beeksise.
Bulchiinsi…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 414 vaayrasii koroonaatin qabamuun ibsame
Finfinnee, Onkololeessa 23, 2013 (FBC) - Qorannoo Laboraatorii sa’aa 24 darbeettin Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 414 vaayrasii koroonaatin qabamuun ibsame.
Qorannaan laabraatoorii…
Naannoo Oromiyaatti namoonni dabalataa 137 vaayrasii koroonaan qabaman
Finfinnee, Onkololeessa 22, 2013 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeetiin namoonni 137 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame.
Naannichaatti sa’aa 24…
Dooktar Abiyyii fi Jeneraal Abdulfataah Albuurhaan Zoonii Indaastirii Istarn daawwatan
Finfinnee, Onkololeessa 22, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimadii fi Walitti qabaan Mana Maree Birmadummaa Sudaan Jeneraal Abdulfataah Albuurhaan Zoonii Indaastirii…
Guyyaan Turizimii Addunyaa 17ffaan magaalaa Shaashamanneetti kabajamaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 22, 2013 (FBC) – Guyyaan Turizimii Addunyaa 17ffaan akka Oromiyaatti magaalaa Shaashamanneetti kabajamaa jira.
Prootokoolii weerara vaayrasii koroonaa…
Aadde Adaanach abbootii qabeenyaa taaksii Laadaa waliin mar’atan
Finfinnee, Onkololeessa 22, 2013 (FBC) – Itti aantuun kantibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanachi Abeebee abbootii qabeenyaa waldaalee taaksii Laadaa magaalichaa waliin mari’ataniiru.…
Dooktar Abiyyii fi Jeneraal Abdulfataah Albuurhaan Paarkii Indaastirii Adaamaa daawwatan
Finfinnee, Onkololeessa 22, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimadii fi Walitti qabaan Mana Maree Birmadummaa Sudaan Jeneraal Abdulfataah Albuurhaan Paarkii Indaastirii…
Shakkamtoonni qabeenya Ityoo Teeleekoom yakka waliin dhahuun shakkaman too’ataman
Finfinnee, Onkololeessa 22, 2013 (FBC) – Shakkamtoonni waggaatti qabeenya Ityoo Teeleekooma Birrii miiliyoona dhibba 2 olitti tilmaamamu dhabsiisuu danda’u waliin dhahuun shakkaman…
Baatii sadi keessatti Birriin miiliyoonni dhibbi 6 ol ijraarsa Hidha Haaromsaaf walitti qabame
Finfinnee, Onkololeessa 22, 2013 (FBC) - Magaalaa Finfinneetti baatii sadi keessatti Birriin miiliyoonni dhibbi 6 ol ijraarsa Hidha Haaromsaaf walitti qabame.
Waancaan Hidha…
Jeneraal Abdulfataah Albuurhaan Finfinnee galan
Finfinnee, Onkololeessa 22, 2013 (FBC)- Walitti qabaan Mana Maree Birmadummaa Sudaan Jeneraal Abdulfataah Albuurhaan Finfinnee galan.
Jeneraal Abdulfataah Albuurhaan wayita…