Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Fooramii Kantiibotaa Ityoophiyaa hundaa’e
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2013 (FBC) – Fooramii Kantiibotaa Ityoophiyaa hundaa'e.
Dhimmoota magaalotaa kan ittiin wal mari'atan, walitti hidhamiinsa kan itti uuman, rakkooleef kan…
Manni marichaa itti gaafatamummaa heerri mootummaa lateen bifa adda ta’een ba’achuuf riifoormi…
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2013 (FBC) – Manni marichaa itti gaafatamummaa heerri mootummaa lateen bifa adda ta’een ba’achuuf riifoormi waliigalaa taasisuuf adeemsarra jiraachuu ibse…
Ministeera Nageenyaan kan qophaa’e waltajjin marii fi hirmaannaa hawaasaa gaggeeffama jira
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2013 (FBC) – Ministeera Nageenyaan kan qophaa’e waltajjin marii fi hirmaannaa hawaasaa gaggeeffama jira.
Waltajjicha irratti haasaa kan taasisaan, Ministiri…
Boordiin Filannoo biyyaaleessaa filannoo marsaa 6ffaa biyaalessaa irratti paartilee morkattoota…
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2013 (FBC) – Boordiin Filannoo biyyaaleessaa filannoo marsaa 6ffaa biyaalessaa irratti paartilee morkattoota waliin marii’achaa jira.
Boordiin Filannoo…
Faanaan waggaa 25ffaa sababeeffachuun yeroo tamsaasaa Afaan oromoo irratti kan xiyyeeffate waltajjii…
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2013 (FBC) –Faanaa Biroodkaastiingi koorporeet waggoota 25 darbaniif yeroo tamsaasa sagantaa Afaan Oromoo irratti kan xiyyeeffate waltajjii marii gaggeessaa jira.…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 488 vaayrasii koroonaatin qabamuun ibsame
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2013 (FBC) – Qorannoo Laboraatorii sa’aa 24 darbeettin Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 488 vaayrasii koroonaatin qabamuun ibsame.
Qorannaan…
Fooramiin kantiibootaa projaktoota magaalaa Finfinneetti argamu daawwachaa jiru
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2013 (FBC) –Fooramiin kantiibootaa projaktoota magaalaa Finfinneetti argamu daawwachaa jiru.
Itti Aantuun kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Adaanach…
Ambaasaaddar Hiruut Bayyanaa Gamtaa Awurooppaatti Ergamaa Addaa Jarmanii fi Faransaay waliin…
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2013 (FBC) –Ambaasaaddar Hiruut Bayyanaa Gamtaa Awurooppaatti Ergamaa Addaa Jarmanii fi Faransaay waliin marii’atan.
Beeljiyaam Biraasalstti Ambaasaaddarri…
Ibsa Raayyaa Ittisa Biyyaa FDRI irraa kenname
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2013 (FBC) – Raayyaan Ittisa Biyyaa FDRI heera mootummaa Riippabiliikaa Demokiraatawaa Federaalawaa Ityoophiyaa keeyyata 87 kan daangeeffame labsii Raayyaa Ittisa…
Indaastiriiwwan huuccuu Ityoophiyaa jiran deeggaruuf Biriitaaniyaa fi jarman deeggarsa Doolaara…
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2013 (FBC) - Indaastiriiwwan huuccuu Ityoophiyaa jiran deeggaruuf Biriitaaniyaa fi jarman deeggarsa Doolaara miiliyoona 6.5 ifoomsaniiru.
Biyyoonni lamaan…