Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hundeeffamni Fooramii Kantiiboota Ityoophiyaa gaggeeffama jira
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2013 (FBC) - Hundeeffamni Fooramii Kantiiboota Ityoophiyaa gaggeeffama jira.
Fooramii Kantiiboota Ityoophiyaa sadarkaa biyyaalessatti mata duree “ Magaalaa…
Magaalaa Finfinneetti kan argaman projaktoonni ijaarsa daandii akka hin harkifamnee fi rakkinoota…
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2013 (FBC) - Magaalaa Finfinneetti kan argaman projaktoonni ijaarsa daandii akka hin harkifamnee fi rakkinoota daangaa kabachiisuu irratti hooggansi ciminaan…
Ministirri Albuudaa fi Boba’aa Injiinar Taakkalaa Uumaa Godina Guraageetti kan argamu oomisha…
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2013 (FBC) – Ministirri Albuudaa fi Boba’aa Injiinar Taakkalaa Uumaa Godina Guraageetti kan argamu oomisha Silkaan daawwatan.
Oomishichi Seeraamikiif,…
Hidha Haaromsaa kuufama biyyee irraa baraaruu fi yaa’a laga Abbayyaan Leemmana gammoojjii oomishuuf…
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2013 (FBC) – Hidha Haaromsaa kuufama biyyee irraa baraaruu fi yaa’a laga Abbayyaan Leemmana gammoojjii oomishuuf waliigalteen mallattaa’e.
Waliigalticha…
Baankiin Daldala Ityoophiyaa projaktii ‘Maaddii Biyyaaf’ Birrii biiliyoona 1.1 gumaache
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2013 (FBC) - Baankiin Daldala Ityoophiyaa projaktii ‘Maaddii Biyyaaf’ Birrii biiliyoona 1.1 gumaache.
Deeggarsa maallaqichaa hooggantoonni baankiichaa Muummee…
“Ogummaan barsiisummaa sanyii, gosaa fi loogiirraa bilisa kan ta’e ogummaa iddoo…
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2013 (FBC) - "Ogummaan barsiisummaa sanyii, gosaa fi loogiirraa bilisa kan ta'e ogummaa iddoo olaanaatti argamudha" Ministira Barnootaa Dooktar Injiinar Geetaahun…
Waktii filannoo ofeegganno vaayrasii koroonaa irratti xiyyeeffachuun mariin gaggeeffama jira
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2013 (FBC) –Waktii filannoo ofeegganno vaayrasii koroonaa irratti xiyyeeffachuun mariin gaggeeffama jira.
Waltajji marii Boordii Filannoo Biyyaalessaan…
Projaktiin Kooyshaa hawwata turizimii addunyaa akka dabaluu ibsame
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2013 (FBC) –Projaktiin Kooyshaa hawwata turizimii addunyaa akka dabaluu ibsame.
Projaktiin Kooyshaa hawwata turizimii addunyaa akka dabaluu fi sharafaa alaa…
Koonfaransiin idil addunyaa gumaacha sirna Gadaarratti xiyyeeffatu taa’amaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2013 (FBC) – Koonfaransiin idil addunyaa gumaacha sirna Gadaarratti xiyyeeffatu taa'amaa jira.
Koonfaransichi Yuunvarsiitii Bulee Horaatti taa'amaa jira.…
Koonfaransiin sirna demokraasii Ityoophiyaa fi aadaa waliin mari’achuu gabbisuurratti…
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2013 (FBC)- Koonfaransiin sirna demokraasii Ityoophiyaa fi aadaa waliin mari'achuu gabbisuurratti xiyyeeffate paartilee siyaasaa Oromoo fi Amaaraatiin Adaamaatti…