Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 481 vaayrasii koroonaatin qabamuun ibsame
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2013 (FBC) – Qorannoo Laboraatorii sa’aa 24 darbeettin Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 481 vaayrasii koroonaatin qabamuun ibsame.
Qorannaan laabraatoorii…
MM Dr.Abiy Ahimad Aanaa Gooroo Guutuutti miidhaa awwaannisni gammoojjii qaqqabsiise daawwatan
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2013 (FBC) –Muummeen Ministira Dooktar Abiy Ahimad Naannoo Oromiyaa Godina Harargee Bahaa deemuudhaan Aanaa Gooroo Guutuutti miidhaa awwaannisni gammoojjii…
Aadde Adaanach ayyaana Moolidaa sababeeffachuun lammiilee daandiirra jiraataniif maaddii qoodan
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2013 (FBC)-Itti aantuun kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee dhaloota Nabiyyuu Mahaammad waggaa 1495ffaa sababeeffachuun lammiilee daandiirra…
Dooktar Abiy Paarkii Indaastirii Dirree Dawaa har’a eebbisisaan
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2013 (FBC)-Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad paarkii indaastirii Dirree Dawaa baasii doolaara Ameerikaa miiliyoona dhibba 1fi miiliyoona 50 ijaarame har’a…
Aadde Adaanach qaala’insa jireenyaa hir’isuuf to’annaa gabaa cimsuu fi sirni daldalaa sirreeffamuu…
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2013 (FBC)-Itti aantuun kantiibaa magaalaa Finfinnee qaala’insa jireenyaa hir’isuuf to’annaa gabaa cimsuu fi sirni daldalaa sirreeffamuu akka qabu ibsaniiru.…
Ityoophiyaannoonni 189 Beeruutii gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2013 (FBC)- Lammiileen Ityoophiyaa 189 har’a Beeruutii gara biyyaa deebi’aniiru.
Ityoophiyaannoonni Beeruutii deebi’an kunneen sanada kana hin qabne ta’uu…
Dooktar Abiy hidha jallisii Goodee daawwatan
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2013 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad hidha jallisii Goodee laga Shaballeerratti ijaarrame daawwataniiru.
Hidhichi Qamadii gammoojjii fi…
Sirni awwaalcha artiist Looreet Lammaa Guyyaa raawwatameera
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2013 (FBC)- Sirni awwaalcha artiist Dooktara kabajaa Looreet Lammaa Guyyaa bakka maatii, firoottaan fi jaallattoonni isaanii argamanitti magaalaa Bishooftuutti…
Ayyaanni Moolidaa waggaa 1495ffaan guutuu biyyaatti kabajamaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2013 (FBC)- Ayyaanni Moolidaa waggaa 1495ffaa guutuu biyyaatti hordooftootaa amantaa Islaamaan kabajamaa jira.
Ayyaanni Moolidaa dhaloota Nabiyyuu…
Sirni badhaasa (Odaa Awaard) 4ffaan gaggeeffame
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2013 (FBC)-Sirni badhaasa (Odaa Awaard) 4ffaan kaleessa galgala gaggeeffameera.
Sirni badhaasa kun maltii midiiyaa Bashaatuu Tolamaariyaamii fi Biiroo Aadaa fi…