Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ayyaanichi yeroo itti waliif yaannuu fi rakkoowwan nu muudataan waliin ce’uuf yeroo itti wal…
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2013 (FBC)- Ayyaanni Moolidaa ‘yeroo itti waliif yaannuu fi rakkoowwan nu muudatan waliin ce’uuf yeroo itti wal deeggarru akka ta’uun hawwa’ jedhan itti aanaan…
MM Dooktar Abiy Ahimad ijaarsa proojakti daandii Goodee Qallaafoo Farfaar ifatti eegalchiisan
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2013 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad ijaarsa proojakti daandii Goodee Qallaafoo Farfaar ifatti eegalchiisaniiru.
Dooktar Abiy ijaarsicha…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 602 vaayrasii koroonaatin qabamuun ibsame
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2013 (FBC) –Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 602 vaayrasii koroonaatin qabamuun ibsame.
Qorannaan laabraatoorii samuudaa 6290 kan hojjetame yoo ta’u, namoota…
Itti Aantuun Kantiibaa Adaanach Abeebee raawwii hojii fi argannoo Garee Hojii weerara lafaa fi komii…
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2013 (FBC) – Itti Aantuun Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Adaanach Abeebee raawwii hojii fi argannoo Garee Hojii weerara lafaa fi komii magaala Finfinnee…
Obbo Shimallis Abdiisaa Ayyaana Moolidaa Bara Kanaa Sababeeffachuun erga baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2013 (FBC) – Preezdaantii Buulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa Ayyaana Moolidaa Bara Kanaa Sababeeffachuun erga baga geessanii dabarsan.…
Naannoo Beenishaanguul Gumuuzitti eeyyamni abbootii qabeenyaa 29 invastimantii qonnaatti bobba’anii…
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2013 (FBC) –Naannoo Beenishaanguul Gumuuzitti eeyyamni abbootii qabeenyaa 29 invastimantii qonnaatti bobba’anii haqame.
Naannoo Beenishaanguul Gumuuzitti…
Ayyaanni Moolidaa Nabiyyuu Mahaammad 1495ffaa bakka amantoonni muraasni argamanitti Masjiida…
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2013 (FBC) –Ayyaanni Moolidaa Nabiyyuu Mahaammad 1495ffaa bakka amantoonni muraasni argamanitti Masjiida Anwaaritti kabajama.
Manni Maree Olaanaan Dhimmoota…
Jilli obbo Shimallis Abdiisaan durafmu Godina Shawaa Kibba Lixaa Aanaa Gooroo ganda Adaamii…
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2013 (FBC) – Jilli obbo Shimallis Abdiisaan durafmu Godina Shawaa Kibba Lixaa Aanaa Gooroo ganda Adaamii Waddeessatti argamuun Oomisha Misooma qonnaa Kilaastaraa…
Naannoo Oromiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeetiin namoonni 106 vaayrasii koroonaan qabamuu…
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2013 (FBC) –Naannoo Oromiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeetiin namoonni 106 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame.
Naannichaatti sa’aa 24 darbeetiin…
Haala kenninsa tajaajila dhaabbata eeyyama konkolaachisuma laatuu fi dhaabbata sakata’insa…
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2013 (FBC) –Haala kenninsa tajaajila dhaabbata eeyyama konkolaachisuma laatuu fi dhaabbata sakata’insa konkolaata irratti qorannoon gaggeeffame.
Haala kenninsa…