Browsing Category
Oduu biyya keessaa
MM Dr. Abiy Ahimad guyyaa dhalootaa Nabiyyuu Mahaammad ilaalchisuun ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2013 (FBC) –Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad guyyaa dhalootaa Nabiyyuu Mahaammad ilaalchisuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Dooktar Abiy ergaa…
Haasaan preezdaanti Doonaald Tiraamp fi Baankiin Addunyaa Ijaarsa hidhaa haaromsaa fi marii waloo…
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2013 (FBC) – “Haasaan preezdaanti Doonaald Tiraamp fi Baankiin Addunyaa Ijaarsa hidhaa haaromsaa fi marii waloo biyyoota sadeeniirratti dhiibbaa hin uumu,” -…
Lammiin Taaylaandi baala sammuu namaa hadoochu daddabrsuun argamte too’annoo jala oolte
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2013 (FBC) –Lammiin Taaylaandi baala sammuu namaa hadoochu daddabrsuun argamte too’annoo jala oolte.
Komishiniin Poolisii Federaalaa Tajaajila Nageenya…
Dhaabbilee Sukkaaraa 10 hojiin damee dhuunfaatti dabarsuu hojjetamaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2013 (FBC) – Dhaabbilee Sukkaaraa 10 hojiin damee dhuunfaatti dabarsuu hojjetamaa jira.
Dhaabbilee Sukkaaraa 10 hojiin damee dhuunfaatti dabarsuu ofeeggannoo…
Ministeerri Geejjibaa qaamolee dhimmi ilaallatu waliin marii gaggeessaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2013 (FBC) –Ministeerri Geejjibaa qaamolee dhimmi ilaallatu waliin marii gaggeessaa jira.
Ministeerri Geejjibaa damichaan rakkinoota mul’atan furuuf qaamolee…
Jilli obbo Shimallis Abdiisaan durafamu Godina Shawaa Lixaatti ooyruu boqqoolloo kilaastaraan…
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2013 (FBC) – jilli obbo Shimallis Abdiisaan durafamu Godina Shawaa Lixaatti ooyruu boqqoolloo kilaastaraan misoome daawwachaa jira.
Jilli Preezdaantii…
Wixinee labsii Bulchiinsa Abbootii Seeraa fi Manneen Murtii Federaalaa irratti qaamolee dhimmi…
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2013 (FBC) –Wixinee labsii Bulchiinsa Abbootii Seeraa fi Manneen Murtii Federaalaa irratti qaamolee dhimmi ilaallatu waliin marii'atamaa jira.
Mana Maree Bakka…
Dura Taa’aan komishinii Gamtaa Afrikaa Muusaa Faaqii Maahimaat gidduugaltummaa Gamtaa Afrikaan kan…
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2013 (FBC) – Dura Taa’aan komishinii Gamtaa Afrikaa Muusaa Faaqii Maahimaat gidduugaltummaa Gamtaa Afrikaan kan gaggeeffamu marii hidha haaromsaarratti gammachuu…
Lammiileen Ityoophiyaa 82 buufata poolisii Riyaad turan hidhaati hiikkaman
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2013 (FBC) –Lammiileen Ityoophiyaa 82 buufata poolisii Riyaad turan hidhaati hiikkaman.
Lammiileen Ityoophiyaa 82 buufata poolisii Riyaaditti daa’imman…
Muuxannoo waljijjirraa dubartoota Haadha Siinqee Naannoo Oromiyaa fi Fooramii Nageenya Dubartoota…
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2013 (FBC) – Muuxannoo waljijjirraa dubartoota Haadha Siinqee Naannoo Oromiyaa fi Fooramii Nageenya Dubartoota naannoo Soomaale magaalaa Adaamaatti gaggeeffamaa…