Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Biyyoonni sadeen guyyoota 7f kan turu waliigaltee sadeenii gaggeessuf adeemsa fuula duraa fi dabaree…
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2013 (FBC) –Biyyoonni sadeen guyyoota 7f kan turu waliigaltee sadeenii gaggeessuf adeemsa fuula duraa fi dabaree yeroo irratti waliigaluun ibsame.
Ityoophiyaa,…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 511 vaayrasii koroonaatin qabamuun ibsame
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2013 (FBC) – Gabaasa qorannaa sa’aa 24 kaleessa darbeetin Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 511 vaayrasii koroonaatin qabamuun ibsame.
Qorannaan laabraatoorii…
Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee ‘Blumberg Initiatives for Global safety’ waliin…
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2013 (FBC) - Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee sadarkaaa Idil Addunyaatti dhaabata Nageenya Daandii 'Blumberg Initiatives for Global safety' waliin waliigaltee…
Manni maree federeeshinii sirna qabinsa ragaa ammayyeessuu irratti marii’ate
Finfinnee, Onkololeessa 17, 2013 (FBC) - Manni maree federeeshinii sirna qabinsa ragaa ammayyeessuu irratti marii’ate.
Manni Maree Federeeshinii sirna qabinsa raga ammayyeessuu irratti…
Ministeera Fayyaaf meeshaalee ittisa vaayrasii koroonaaf oolu Birrii miiliyoona 4.5 olitti…
Finfinnee, Onkololeessa 17, 2013 (FBC) - Ministeera Fayyaaf meeshaalee ittisa vaayrasii koroonaaf oolu Birrii miiliyoona 4.5 olitti tilmaamamu deeggarsan laatame.
Dhaabbanni Paaz,…
Komishiniin Gumuruukaa meeshaleen koontiroobaandii Birri miiliyoona 30tti tilmaamamu too’atamuu…
Finfinnee, Onkololeessa 17, 2013 (FBC) - Komishiniin Gumuruukaa meeshaleen koontiroobaandii Birri miiliyoona 30tti tilmaamamu too’atamuu ibseera.
Komishinarri Komishinii…
Yaanni Tiraamp hidha Haaromsaa Guddichaarratti laatan Ityoophiyaanoota tokko gochu qaba-Hayyoota
Finfinnee, Onkololeessa 17, 2013 (FBC) – Tibba kana haasaan preezdaantii Ameerikaa Doonaald Tiraamp hidha Haaromsaa Guddichaarratti taasisan yeroo itti Ityoophiyaanoota tokko taasisuu fi…
Preezdaanti Tiraamp ergaa isaan Hidha Haaromsaarratti dabarsan fudhatama hin qabu –…
Finfinnee, Onkololeessa 17, 2013 (FBC) - Preezdaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraamp Hidha Haaromsaa Guddichaa Ityoophiyaa ilaalchisuun ergaa isaan dabarsan fudhatama hin qabu jechuun…
Proojaktiin misooma seeftineetii magaalaa jireenya lammiilee harka qalleeyyi ni jijjiira-Obbo…
Finfinnee, Onkololeessa 17, 2013 (FBC) – Proojaktiin misooma seeftineetii magaalaa jireenya lammiilee rakkoo keessa jiraatanii jijjiiruu fi gara misoomaatti akka ce’aniif shooraa olaanaa…
Gamaaggamni raawwii karoora Tajaajila Haadholii fi Daa’immanii Biyyaalessaa gaggeeffama jira
Finfinnee, Onkololeessa 17, 2013 (FBC) - Gamaaggamni raawwii karoora Tajaajila Haadholii fi Daa’immanii Biyyaalessaa gaggeeffama jira.
Gamaaggamni raawwii karoora Tajaajila Haadholii fi…