Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Carraan sagantaa ‘qusadhaa badhaafamaa’ Baankiin Daldalaa Ityoophiyaa marsaa 9ffaan ba’e
Finfinnee, Onkololeessa 17, 2013 (FBC) –Carraan sagantaa 'qusadhaa badhaafamaa' Baankiin Daldalaa Ityoophiyaa marsaa 9ffaaf qopheesse guyyaa har'aa galma Lootarii Biyyaaleessaatti ba’eera.…
Jilli preezdaanti Shimallis Abdiisaan durfamu aanaa Hidhabuu Abooteetti xaafii kilaastaraan faca’ee…
Finfinnee, Onkololeessa 17, 2013 (FBC) – Jilli preezdaantii mootummaa naannoo Oromiyaan obbo Shimallis Abdiisaan durfamuu godina Shawaa Kabaa aanaa Hidhabuu Abooteetti xaafii…
Daandiin Xiyyaara Ityoophiyaa daandii xiyyaaraa addaa Afrikaa 2020 ta’e
Finfinnee, Onkololeessa 17, 2013 (FBC) - Daandiin Xiyyaara Ityoophiyaa daandii xiyyaaraa addaa Afrikaa 2020 ta’e.
Daandiin Xiyyaara Ityoophiyaa badhaasa Biizinasi Tiraavileriin daandii…
Aanaa Gurra Fardaatti lubbuu namootaa darbee fi qabeenyaa barbaadaa’eef sababa jedhamanii kan…
Finfinnee, Onkololeessa 17, 2013 (FBC) - Aanaa Gurra Fardaatti lubbuu namootaa darbee fi qabeenyaa barbaadaa’eef sababa jedhamanii kan shakkaman namoonni 54 too’annoo seeraa jala oolan.…
Dura taa’aan Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Hidha haaromsaarratti carraaqqii biyyoonni sadeen…
Finfinnee, Onkololeessa 17, 2013 (FBC) - Dura taa’aan Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Hidha haaromsaarratti carraaqqii biyyoonni sadeen gara waliigalteetti dhufuuf taasisaan akka deeggaru…
Bulchiinsa Magaalaa Sulultaatti balaa Konkolaataa gaheen lubbuu namoota 2 yoo darbu namoota 2…
Finfinnee, Onkololeessa 17, 2013 (FBC) - Bulchiinsa Magaalaa Sulultaatti balaa Konkolaataa gaheen lubbuu namoota 2 yoo darbu namoota 2 irratti ammoo miidhaan qaamaa salphaan ga’eera.…
Miseensoota poolisii dhaabbilee barnoota olaanaadha hojjetaniif leenjii laatama jira
Finfinnee, Onkololeessa 17, 2013 (FBC) – Miseensoota poolisii dhaabbilee barnoota olaanaadha hojjetaniif leenjii laatama jiraachuu Ministeerri Nageenyaa beeksise.
Leenjiicha Sandaafaatti…
Ambaasaaddar Shifarraw Taklamaariyaam hooggantoota hojii waldaa damee oomishaa Afrikaa Kibbaa waliin…
Finfinnee, Onkololeessa 17, 2013 (FBC) - Ambaasaaddar Shifarraw Taklamaariyaam hooggantoota hojii waldaa damee oomishaa Afrikaa Kibbaa waliin mariitan.
Afrikaa Kibbaatti Ambaasaaddar…
Magaalaa Finfinneetti konkolaachiftoota kuma 15 fi 837 seerota tiraafika darban irratti tarkaanfiin…
Finfinnee, Onkololeessa 17, 2013 (FBC) - Magaalaa Finfinneetti konkolaachiftoota kuma 15 fi 837 seerota tiraafika darban irratti tarkaanfiin fudhatame.
Adabichi seera cabsuun, humnaa ol…
Haadholiin siinqee nageenya waaraa buusuuf ga’ee olaanaa qabu- Aadde Sa’aadaa Usmaan
Finfinnee, Onkololeessa 17, 2013 (FBC) –Biiroon Dhimma Dubartootaa Daa'immanii fi Dargaggootaa Oromiyaa haadholii Siinqee godinaalee Oromiyaa irraa dhufan waliin marii gaggeessaa jira.…