Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dhaabbileen garagaraa ‘Maaddii Biyyaaf’ deeggarsa taasisaa jiru
Finfinnee, Onkololeessa 17, 2013 (FBC) - Dhaabbileen garagaraa ‘Maaddii Biyyaaf’ deeggarsa taasisaa jiru.
Waamicha muummeen ministiraa Dooktar Abiy Ahimad ‘Maaddii Biyyaaf’…
Miseensoonni Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa FDRI qonnan bultoota Godina Harargee Lixaa hoomaan…
Finfinnee, Onkololeessa 17, 2013 (FBC) - Miseensoonni Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa FDRI qonnan bultoota Godina Harargee Lixaa hoomaan Awwaanisaa midhaan isaanii barbaddeesse daawwatan.…
Imaammata albuudaa fi boba’aa irratti mariin gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 17, 2013 (FBC) - Imaammata albuudaa fi boba’aa irratti mariin gaggeeffamaa jira.
Immaammata albuudaa fi boba’aa haaraa qophaa’a jiru irratti Finfinneetti mariin…
Lammiileen Ityoophiyaa 163 gara biyya isaaniitti deebi’an
Finfinnee, Onkololeessa 17, 2013 (FBC) - Lammiileen Ityoophiyaa 163 gara biyya isaaniitti deebi’an.
Lammiileen Ityoophiyaa 163 guyyaa har’aa Beeruut irraa gara biyya isaaniitti…
Obbo Xilaahuun Geetaachew hidha umrii guutuun itti yoo murtaa’u, warren hafan adabbii hidhaa waggaa…
Finfinnee, Onkololeessa 17, 2013 (FBC) - Hiriira deeggarsaa muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimadiif ba’ameratti namoota boombii darbaachuun lubbuun namaa akka darbuu fi miidhaa qaama…
Buufanni madda anniisaa Awaash 3ffaan gariin taajajila laachuu eegale
Finfinnee, Onkololeessa 17, 2013 (FBC) – Sababa balaa lolaa lagaa Awaashiin yeroof tajaajila dhaabee kan ture buufanni madda anniisaa Awaash 3ffaan gariin taajajila laachuu eegalu Humni…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 364 vaayrasii koroonaatin qabamuun ibsame
Finfinnee, Onkololeessa 17, 2013 (FBC) – Gabaasa qorannaa sa’aa 24 kaleessa darbeetin Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 364 vaayrasii koroonaatin qabamuun ibsame.
Qorannaan laabraatoorii…
Ityoophiyaatti akka hojjetaniif dhaabbilee alaa teeleekoom 2f eeyyamni laatame
Finfinnee, Onkololeessa 17, 2013 (FBC) – Ityoophiyaatti akka hojjetaniif dhaabbilee alaa teeleekoom 2f eeyyamni laatamuufi ibsameera.
Mariin kaleessaa hojiiwwan damee teeleekoom…
Mariin hojiiwwan foyyaa’insa damee teeleekoom irratti xiyyeeffate Waajjira Muummee Ministiraatti…
Finfinnee, Onkololeessaa 16, 2013 (FBC) – Mariin hojiiwwan foyyaa’insa damee teeleekoom irratti xiyyeeffate Waajjira Muummee Ministiraatti gaggeeffameera.
Oppireetaroota teeleekoom haaraa…
Mariin sadeenii bifa faayidaa fi mirga biyyooleessaa Ityoophiyaa eegeen gaggeeffama-Ministeera…
Finfinnee, Onkololeessa 16, 2013 (FBC) – Mariin sadeenii bifa faayidaa fi mirga biyyooleessaa Ityoophiyaa eegeen akka gaggeeffamu Ministeerri Dhimma Alaa beeksise.
Marii sadeenii kun…