Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dooktar Liyaan hospitaala Ispeeshaalaayizdii waliigala Waraabee daawwatan
Finfinnee, Onkololeessaa 16, 2013 (FBC) – Ministirri Ministeera Fayyaa FDRI Dooktar Liyaa Taaddasaan hospitalaa Ispeeshaalaayizdii waliigala Waraabee daawwataniiru.
Kayyoon daawwanna…
Lammiilee fi dhalattoonni Ityoophiyaa Raashiyaa fi Beelaaruus jiraataan haasaa preezdaanti Tiraamp…
Finfinnee, Onkololeessaa 16, 2013 (FBC) – Lammiilee fi dhalattoonni Ityoophiyaa Raashiyaa fi Beelaaruus jiraatan haasaa preezdaantii Ameerikaa Doonaald Tiraamp ilaalchisuun ibsa eejjannoo…
Preezdaanti Shimallis boqachuu Dooktara kabajaa Looreet Artiist Lammaa Guyyaaf gadda itti dhaga’ame…
Finfinnee, Onkololeessaa 16, 2013 (FBC) -Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan boqachuu Dooktara kabajaa Looreet Artiist Lammaa Guyyaaf gadda itti dhaga’ame…
Pilaanii magaalotaa kabachiisuu dhabuun rakkoo hammaataa magaalotaa naannoo keenyaa ta’ee Jira-…
Finfinnee, Onkololeessa 16, 2013 (FBC) - Daayrektarri Olaanaa Inistiitiyuutii Pilaanii Magaalota Oromiyaa Dooktar Daadhii Wadaajoo Pilaanii magaalotaa kabachiisuu dhabuun rakkoo hammaataa…
Ministeerri Aadaa fi Turizimii boqachuu Artiist Lammaa Guyyaaf gadda itti dhaga’ame ibse
Finfinnee, Onkololeessa 16, 2013 (FBC) - Ministeerri Aadaa fi Turizimii boqachuu Artiist Lammaa Guyyaaf gadda itti dhaga'ame ibse.
Ministeerri Aadaa fi Turizimii boqachuu artiist Lammaa…
Oromiyaatti namoonni dabalataa 78 vaayrasii koroonaatin qabaman
Finfinnee, Onkololeessa 16, 2013 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeetiin namoonni 78 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame.
Naannichaatti sa’aa 24 darbeetiin…
Sinoodosichi haasaa Preezdaanti Doonaald Tiraamp Hidha Haaromsaa ilaalchisuun taasisan balaaleffate
Finfinnee, Onkololeessa 16, 2013 (FBC) - Sinoodosiin Mana Amantaa Ortodoksi Tawaahidoo Ityoophiyaa Hidha Haaromsaa Guddichaa Ityoophiyaa ilaalchisuun ibsa laateera.
Ibsichaan haasaa…
Aadde Adaanach Abeebee boqachuu artiist Lammaa Guyyaaf gadda itti dhaga’ame ibsan
Finfinnee, Onkololeessa 16, 2013 (FBC) – Itti aantuun kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee boqachuu Dooktara kabajaa Looreet artiist Lammaa Guyyaaf gadda itti dhaga'ame…
Godina Gujii aanaa Sabbaa Boruutti rooba cimaa roobeen abbootiin warraa 130 buqqa’aan
Finfinnee, Onkololeessa 16, 2013 (FBC) - Godina Gujii aanaa Sabbaa Boruutti rooba cimaa roobeen lagni Mormoraa guutuun abbootii warraa 130 buqqa’aaniiru.
Manneen jireenyaa fi ooyiruurras…
Qoramaatni biyyaalessaa 12ffaa fi naannoo kutaa 8ffaa barnoota cin waggaa 3 qofa uwwisa
Finfinnee, Onkololeessa 16, 2013 (FBC) -Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa fi naannoo 8ffaa bara 2012 barnoota cin waggaa 3 qofa of keessaatti kan haammate ta’uu Ministirri Barnootaa…