Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Artiist Lammaa Guyyaa boqatan
Finfinnee, Onkoleessa 16, 2013 (FBC)- Dooktarri Kabajaa Looreet Artiist Lammaa Guyyaa umrii waggaa 92tti har’a addunyaa kanarraa du’aan boqataniiru.
Sirni awwaalchasaanii Kamisa dhufu…
Ityoophiyaatti baankoonni 18 mata duree ‘kophee tokko barataa tokkoof’ jedhuun deeggarsa…
Finfinnee, Onkololeessaa 16, 2013 (FBC) –Ityoophiyaatti qindeessummaa waldaa baankootaan mata duree 'kophee tokko barataa tokkoof' jedhuun deeggarsa Birrii miiliyoona 35.3 taasisaniiru.…
Itti Aanaan Muummee Ministiraa hojii daandii Giimbaa Taanbaa eegalchiisan
Finfinnee, Onkololeessa 16, 2013 (FBC) - Itti Aanaan Muummee Ministiraa Dammaqaa Mokonniin baasii Birrii biiliyoona 2 oliin kan ijaaramu hojii daandii aspaaltii Giimbaa Taanbaa…
Biiroon Qonnaafi Qabeenya Uumamaa Oromiyaa misooma bunaa fi mi’eessituurraattii ogeeyyii…
Finfinnee, Onkololeessa 16, 2013 (FBC) - Biiroon Qonnaafi Qabeenya Uumamaa Oromiyaa misooma bunaa fi mi'eessituurraattii ogeeyyii qonnaa leenjii ogumma cimsuu kennaa jira.
Biirichi…
Federeeshinii dubartootaa naannoo Oromiyaa yaa’iin idilee isaa 3ffaa gaggeessa jira
Finfinnee, Onkololeessaa 16, 2013 (FBC) – Federeeshinii dubartootaa naannoo Oromiyaa yaa'iin idilee isaa 3ffaa gaggeessa jira.
Yaa’ichi magaalaa Adaamaa galma Abbaa Gadaatti gaggeefama…
Ityoophiyaa, Sudaanii fi Gibts Hidha Haaromsaarratti waliigaltee sadeenii gaggeessan guyyaa boruu…
Finfinnee, Onkololeessa 16, 2013 (FBC) - Ityoophiyaa, Sudaanii fi Gibts Hidha Haaromsaarratti waliigaltee sadeenii gaggeessan guyyaa boruu akka eegalan Preezdaantiin Afrikaa Kibbaa Siiril…
Aadde Adaanach Abeebee Booleettii hojii dargaggoota waldaan gurma’anii daawwatan
Finfinnee, Onkololeessaa 16, 2013 (FBC) – Itti aantuun Kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee kutaa magaalaa Boolee aanaa 9tti hojii dargaggoota waldaan gurma’anii…
Ejansichi Kurmaana jalqaba waggaatti kappitaala Birrii biiliyoona 12.5 kan galmeessaan invastaroota…
Finfinnee, Onkololeessa 16, 2013 (FBC) - Kurmaana jalqaba waggaatti kappitaala Birrii biiliyoona 12.5 kan galmeessaan invastaroota diyaaspooraa 336f tajaajila deeggarsa kennuu Ejansiin…
Imala jijjiirramaa Ityoophiyaan eegaltee gara sadarkaa olaanaatti ceesisuun ga’ee hundati-Ministeera…
Finfinnee, Onkololeessaa 16, 2013 (FBC) – Ministir deettaan Ministeera Nageenyaa obbo Alamaayyoo Ijjiguu imala jijjiirrama Ityoophiyaan eegaltee gara sadarkaa olaanaatti ceesisuun ga’ee…
Hawaasaatti iddoo gabaa Aroogee jedhamee waamamuutti balaa ibiddaa qaqqabeen shaqaxoota sheedii 1…
Finfinnee, Onkololeessaa 16, 2013 (FBC) –Magaalaa Hawaasaatti bakka gabaa Aroogee jedhamee waamamuutti balaa ibiddaa qaqqabeen shaqaxoota sheedii 1 keessaa jiraan barbadeessuu ibsameera.…