Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Aadde Adaanach Abeebee fi Ministeerri Barnoota Finfinneetti barnoota 2013 eegalchiisan
Finfinnee, Onkololeessaa 16, 2013 (FBC) – Itti aantuun kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee fi Ministirri Ministeera Barnootaa Dooktar Geetahuun Makuriyaa adeemsa baruu fi…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 485 vaayrasii koroonaatin qabamuun ibsame
Finfinnee, Onkololeessaa 16, 2013 (FBC) – Gabaasa qorannaa sa’aa 24 kaleessa darbeetin Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 485 vaayrasii koroonaatin qabamuun ibsame.
Qorannaan laabraatoorii…
Hidhi Haaromsaa hiree birmadummaa keenya! – Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa
Finfinnee, Onkololeessa 16, 2013 (FBC) - Hidhi Haaromsaa hiree birmadummaa keenya! - Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa
Dubbii tibbana Preezdaantiin Ameerikaa dhimma Hidha Haaromsaa…
Garaagartee dhimma hidha haaromsaa jiru mariin furamu akka qabu IGAD ibse
Finfinnee, Onkololeessa 15, 2013 (FBC) - Mootummoota Misoomaa Baha Afrikaa (IGAD) hidha haaromsaarratti garaagarteen biyyoota sadeen gidduu jiru mariin furamuu akka qabu beeksise.…
Naannoo Oromiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeetiin namoonni 110 vaayrasii koroonaan qabamuu…
Finfinnee, Onkololeessa 15, 2013 (FBC) - Naannoo Oromiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeetiin namoonni 110 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame.
Naannichaatti sa’aa 24…
Ijaarsi hidha haaromsaa hamma xumuramutti yeroo muraasafillee wanti nu dhaabu hin jiru- Mana Maree…
Finfinnee, Onkololeessa 15, 2013 (FBC) - Ijaarsi hidha haaromsaa hamma xumuramutti yeroo muraasafillee wanti nu dhaabu hin jiru- Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa
Mana Maree Bakka Bu’oota…
Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad projaktii ijaarsa daandii Haayqi-Bistiimaa-Ciifraa…
Finfinnee, Onkololeessa 15, 2013 (FBC) - Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad projaktii ijaarsa daandii Haayqi-Bistiimaa-Ciifraa eegalchiisan.
Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy…
MM Dr Abiy Ahimad miidhaa awwaannisni geessisee fi tarkaanfii ittisaa fudhatamaa jiru daawwatan
Finfinnee, Onkololeessa 15, 2013 (FBC) - Muummeen Ministira Dooktar Abiy Ahimad Har'a miidhaa awwaannisni geessisee fi tarkaanfii ittisaa fudhatamaa jiru Godina Walloo Kibbaa, Aanaa Warra…
Faawundeeshiniin Rootarii Ministira Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaaf beekamtii kenne
Finfinnee, Onkololeessa 15, 2013 (FBC) - Faawundeeshiniin Rootarii Ministira Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaaf beekamtii kenne.
Faawundeeshiniin Rootarii Ministira Fayyaa Dooktar Liyaa…
Injiinar Taakkalaa Uumaa hojiiwwan misoomaa albuudaa naannoo Affaaritti argaman daawwataniiru
Finfinnee, Onkololeessa 15, 2013 (FBC) - Injiinar Taakkalaa Uumaa hojiiwwan misoomaa albuudaa naannoo Affaaritti argaman daawwataniiru.
Ministirri Albuudaa fi Boba’aa Injiinar Taakkalaa…