Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Siidaan Artiist Haacaaluu Hundeessaa eebbifame
Finfinnee, Onkololeessa 15, 2013 (FBC) - Siidaan Artiist Haacaaluu Hundeessaa eebbifame.
Yuunivarsiitiin Amboo Kampaasii Artiist Haacaaluu Hundeessatti kan ijaarsise siidaa Artiist…
Jilli Muummee Ministiraa Dooktar Abiy Ahimadiin durfamu Godina Walloo Kibbaa aanaa Warra Baabboo…
Finfinnee, Onkololeessa 15, 2013 (FBC) - Jilli Muummee Ministiraa Dooktar Abiy Ahimadiin durfamu Godina Walloo Kibbaa aanaa Warra Baabboo midhaan hoomaa Awwaanisaan miidhame daawwate.…
Oromiyaatti namoonni dabalata 106 vaayrasii koroonaatin qabaman
Finfinnee, Onkololeessaa 14, 2013 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeetiin namoonni 106 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame.
Naannichaatti sa’aa 24 darbeetiin…
Mootummaan yaada Tiraamp Hidha Haaromsaa Guddicharratti laataniif ibsa gaafate
Finfinnee, Onkoleessa 14, 2013 (FBC)- Ministirri Ministeera Dhimma Alaa FDRI obbo Gadduu Aandaargaachaw Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Ameerikaa Maaykil Raaynar waajjira isaaniitti waamuun…
Preezdaantoonni mootummoota naannoolee, Beenishaangul Gumuuz, Saboota Sablamoota fi Ummattoota…
Finfinnee, Onkololeessa 14, 2013 (FBC)- Preezdaantiin Mootummoota naannoo, Beenishaangul Gumuuz Ashaadilii Hasanii fi Preezdaantiin naannoo Saboota, Sablammootaa fi Ummatoota Kibbaa obbo…
Hojjettoota ministeera galiiwwanii fi dhaabbilee itti waamama raawwii gaarii galmeessaniif beekamtii…
Finfinnee, Onkololeessaa 14, 2013 (FBC)-Sirni beekamtii fi badhaasicha baajata bara darbeetin hoggantootaa fi hojjettoota gaaliwwanii Birrii biiliyoona dhibba 2 fi biiliyoona 33.7 akka…
Magaalaa Naqamteetti miseensota abbaa torbeerratti tarkaanfin fudhatame
Finfinnee, Onkololeessaa 14, 2013 (FBC)- Humni Addaa magaalaa Naqamtee miseensota abbaa torbee 4 irratti tarkaanfiin fudhateera.
Itti gaafataman humna addaa magaalichaa Komandaar Girmaa…
Faanaa Broodkaasting Koorporeet waggaa 25ffaasaa ilaalchisee marii paanaalii gaggeessaa jira
Finfinnee, Onkololeessaa 14, 2013 (FBC)- Faanaa Broodkaasting Koorporeet waggaa 25ffaasaa ilaalchisee marii paanaalii gaggeessaa jira.
Faanaa Broodkaasting Koorporeettitti itti aanaa hoji…
Wiirtuun humna lola addaa raayyaa ittisa biyyaa leenjitoota leenjisaa ture eebbisiisaa jira
Finfinnee, Onkololeessaa 14, 2013 (FBC)- Wiirtuun humna lola addaa raayyaa ittisa biyyaa marsaa 33ffaaf Komaandoon leenjisee fi akkasumas leenjiitoota humna addaa fi farra Shororkaa marsaa…
Laga Xaafoo Laga Daadhiitti proojaktoonni adda addaa eebbifamaa jiru
Finfinnee, Onkololeessaa 14, 2013 (FBC)- Bulchiinsa Magaalaa Laga Xaafoo Laga Daadhiitti proojaktoonni adda addaa eebbfaimaa jiru.
Eebba proojaktoota kanneenirratti preezdaantiin naannoo…