Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ityoophiyaanoonni tokko taanee Ityoophiyaaf haa dhaabbannu- Waajjira Muummee Ministira
Finfinnee, Onkololeessaa 14, 2013 (FBC)- Ibsa Waajjira Muummee Ministirarraa laatame Ityoophiyaanoonni tokko taanee Ityoophiyaaf haa dhaabbannu.
Ityoophiyaa uumaa ishii abdattee…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 536 vaayrasii koroonaatin qabamuun ibsame
Finfinnee, Onkololeessaa 14, 2013 (FBC) – Gabaasa qorannaa sa’aa 24 kaleessa darbeetin Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 536 vaayrasii koroonaatin qabamuun ibsame.
Qorannaan laabraatoorii…
Yakkamtoota tokkummaa ummataa diiganii fi biyya hokkaruuf hojjetaniif mootummaa hin obsu – Af-yaa’ii…
Finfinnee, Onkololeessa 13, 2013 (FBC) - Yakkamtoota tokkummaa ummataa diiganii fi biyya hokkaruuf hojjetaniif mootummaa akka hin obsine Af-Yaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa FDRI obbo…
Galmeen barattootaa qormaata biyyaaleessaa kutaa 12ffaa torbaan dhufu kan jalqabuu ta’uu Ministeerri…
Finfinnee, Onkololeessaa 13, 2013 (FBC) - Galmeen barattootaa qormaata biyyaaleessaa kutaa 12ffaa torbaan dhufu kan jalqabuu ta’uu Ministeerri Barnootaa beeksise.
Galmeen…
Dargaggoota dandeetti kalaqaa qaban horachuuf hojimata garagaraa diriirsuun hojjetamaa jira jedhe…
Finfinnee, Onkololeessaa 13, 2013 (FBC) - Dargaggoota dandeetti kalaqaa qaban horachuuf hojimata garagaraa diriirsuun hojjetamaa jira jedhe Ministeerri Barnootaa.
Sagantaa kalaqa…
Obbo Lidatuu Ayyaaleew himannaa sanada heera mootummaa diiguun mootummaa cee’umsaa hundeessuuf…
Finfinnee, Onkololeessaa 13, 2013 (FBC) - Obbo Lidatuu Ayyaaleew himannaa sanada heera mootummaa diiguun mootummaa cee’umsaa hundeessuuf qopheessan irratti dhiyaaterratti mormii sadarkaa…
Injiinar Taakkalaan preezdaant Ashaadilii Hasan waliin bakka qabeenya albuudaa daawwatan
Finfinnee, Onkololeessaa 13, 2013 (FBC) – Ministirri Ministeera Albuudaa fi Boba’aa Injiinar Taakkalaa Uumaan preezdaantii naannoo Beenishaaniguul Guumz obbo Ashaadilii Hasan waliin…
Ityoophiyaa iddoolee hedduutti tajaajilli humna elektirikaa adda cituu ibsame
Finfinnee, Onkololeessa 13, 2013 (FBC) - Ityoophiyaa naannolee hedduutti tajaajilli humna elektirikaa adda cituu Humni Elektirikaa Ityoophiyaa beeksisu.
Sararri daddabarsaa…
Preezdaant Shimallis miseensota komiishinii dhimmoota bulchiinsa daangaa fi eenyummaa waliin…
Finfinnee, Onkololeessaa 13, 2013 (FBC) –Preezdaantiin naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan Miseensota Komiishinii Dhimmoota Bulchiinsa Daangaa fi Eenyummaa waliin har’a mari’ataniiru.…
Naannoo Amaaraa godina saba Oromootti sodaan rakkoo nageenyaa ture furame
Finfinnee, Onkololeessa 13, 2013 (FBC) - Naannoo Amaaraa godina saba Oromootti sodaan rakkoo nageenyaa ture hirmaannaa ummataa fi qaamolee nageenyaan tasaggabbaa’uu ibsame.
…