Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Rakkoo bulchiinsa gaarii magaalotaa furuuf xiyyeeffannoon hojjetamuu qaba – Preezdaant Saahilawarq
Finfinnee, Onkololeessa 13, 2013 (FBC) – Rakkoo bulchiinsa gaarii magaalotaatti muula’atan furuuf xiyyeeffannoon hojjetamuu akka qabu Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen dubbatan.…
Waldaan ogeessota seeraa qaama miidhamtootaa Ityoophiyatti yeroo jalqabaaf hundaa’e
Finfinnee, Onkololeessaa 13, 2013 (FBC) –Hundeffamni Waldaa ogeessota seeraa qaama miidhamtootaa guyyaa har’aa bakka hooggantoonni hojii olaanoo fi qaamoolee dhimmi ilaallatu argamanitti…
Weerara Awwaannisaa naannoo Tigraayitti muudate ittisuuf Birrii miiliyoona 10 arjoomuuf waadaan…
Finfinnee, Onkololeessa 13, 2013 (FBC) – Weerara Awwaannisaa naannoo Tigraayitti muudate ittisuuf Birrii miiliyoona 10 arjoomuuf waadaan galamuu ibsame.
Weerara hoomaa…
Yoomiyyuu taanaan fageessinee yaadna, xiqqoo irra eegalla. Galmaa yaadne biras ni geenya.’’ –…
Finfinnee, Onkololeessaa 13, 2013 (FBC) - "Sagaleen Yeroo Biiroo qulqulleessinu,biiroo qofa qulqulleessuu ,yeroo Mooraa qulqulleessinu,Mooraa qofaa qulqulleessuu, Finfinnee yeroo…
Hooggantoonni fi bakka buutonni paartilee siyaasaa boordii filannoo biyyaalessatti qophii meeshaalee…
Finfinnee, Onkololeessaa 13, 2013 (FBC) –Hooggantoonni fi bakka buutonni paartilee siyaasaa boordii filannoo biyyaalessatti qophii meeshaalee filannoo daawwatan.
Filannoo…
Mootummaan Chaayinaa meeshaalee ittisaa weerara vaayrasii koronaatiif oolan Mootummaa Naannoo…
Finfinnee, Onkololeessaa 13, 2013 (FBC) - Mootummaan Chaayinaa meeshaalee ittisaa weerara vaayrasii koronaatiif oolan Mootummaa Naannoo Oromiyaatiif gumaache.
Yeroo rakkoo waliin walcinaa…
Ityoophiyaan sirna barnootaa cimaa fi teeknooloojiin deeggarame akka jiraattuuf ni hojjetti. Dooktar…
Finfinnee, Onkololeessaa 13, 2013 (FBC) – Ityoophiyaan maallaqa damee barnootaaf ramaddu guddisuun sirna barnootaa cimaa fi teeknooloojiin deeggarame akka jiraattuuf ni hojjetti. Dooktar…
Biiroon Qonnaa fi Qabeenya Uumamaa Oromiyaa too’annoo hoomaa Aawaannisaarratti taasisaa jiru…
Finfinnee, Onkololeessaa 13, 2013 (FBC) -Biiroon Qonnaa fi Qabeenya Uumamaa Oromiyaa too'annoo hoomaa Aawaannisaarratti taasisaa jiru karaa qindoomina qabuun cimsee itti fufee jira.…
MM Dr. Abiy Ahimad deeggarsi lammiileen ‘Maaddii Biyyaaf’ taasisaa jiran dinqisiisaadha…
Finfinnee, Onkololeessaa 13, 2013 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad deeggarsi lammiileen 'Maaddii Biyyaaf' taasisaa jiran dinqisiisaadha jedhan.
Deeggarsi lammiileen…
Leenjitoonni farra shororkeessummaa; koomaandoo marsaa 33ffaa fi humni addaa 10ffaan agarsiisa…
Finfinnee, Onkololeessa 13, 2013 (FBC) – Leenjitoonni farra shororkeessummaa; koomaandoo marsaa 33ffaa fi humni addaa 10ffaan agarsiisa qilleensarraa dhiyeessan.
Agarsiisicharratti itti…