Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Kurmaana jalqabaatti hidha Haaromsaa Guddichaaf Birriin miiliyoonni 500 ol walitti qabame
Finfinnee, Onkololeessaa 13, 2013 (FBC) – Kurmaana jalqabaatti hidha Haaromsaa Guddichaa Ityoophiyaaf Birriin miiliyoonni 500 ol walitti qabamuu Waajjirri Mana Maree Qindeessaa Hirmaannaa…
Ityoophiyaatti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan qabamanii fi du’anii kan biyyoota ishee…
Finfinnee, Onkololeessa 13, 2013 (FBC) - Ityoophiyaatti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan qabamanii fi du’anii kan biyyoota ishee daangessanii hunda caaluu ibsame.
…
Hawaasni oomishaalee dhadhaa lawuzii 14 ta’an akka hin fayyadamne abbaan taayitichaa hubachiise
Finfinnee, Onkololeessaa 13, 2013 (FBC) –Hawaasni Afilaa tooksiinii (Aflatoxine) olaanaan irratti kan argame oomishaalee dhadhaa lawuzii 14 ta’an akka hin fayyadamne Abbaan Taayitaa Nyaataa…
Oomishaalee fi meeshaaleen yaalaa qulqullina isaanii hin eegganne gara biyya keessaa akka hin galle…
Finfinnee, Onkololeessa 13, 2013 (FBC) – Oomishaaleen nyaataa fi meeshaaleen yaalaa sadarkaa qulqullina isaanii hin eegganne Birrii miiliyoona 13 olitti tilmaaamu gara biyya keessaa akka…
Booleetti balaa tiraafikaa qaqqabeen lubbuun daa’ima umrii waggaa 10 darbe
Finfinnee, Onkololeessaa 13, 2013 (FBC) – Kutaa magaalaa Booleetti mana jireenyaa fi suuqii daldalaarra balaa tiraafikaa qaqqabeen lubbuun daa’ima umrii waggaa 10 yoo darbu, namoota lamarraa…
Walga’iin waloo Komishinii Ministirootaa Iityoo –Jarman 2ffaan gaggeeffame
Finfinnee, Onkololeessa 13, 2013 (FBC) – Walga’iin waloo Komishinii Ministirootaa Iityoo –Jarman 2ffaan viidiyoo Konfaransiin gaggeeffame.
Walga’iin waloo marsaa 2ffaa…
Manni Mare magaalaa Hawaasaa baajata bara 2013f Birrii biiliyoona 2.5 raggaasise
Finfinnee, Onkololeessa 13, 2013 (FBC) – Manni Maree magaalaa Hawaasaa baajata bara 2013f Birrii biiliyoona 2.5 fi muudama kantibaa haaraa raggaasise.
Manni Maree magaalaa…
Dooktar Abiy Ahimad eegaluu barnoota bara 2013 ilaalchise ergaa dabarsan
Finfinnee, Onkololeessa 13, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad eegaluu barnoota bara 2013 ilaalchise ergaa dabarsan.
Weerara vaayrasii koroonaatin booda barnoota…
Hooggantoonni mootummaa olaanoon jiraattoota godina Beenchi Shakkoo waliin marii taasisaa jiru
Finfinnee, Onkololeessa 13, 2013 (FBC) – Hooggantoonni mootummaa olaanoon naannoo Kibbaatti jiraattoota godina Beenchi Shakkoo waliin marii taasisaa jiru.
Marii kanarratti Af…
Faayidaa fi mirga lammiilee eegsisuuf dhaabbileen mootummaa xiyyeeffannoon hojjechuu qabu- Dooktar…
Finfinnee, Onkololeessaa 13, 2013 (FBC) – Faayidaa fi mirga lammiilee eegsisuuf dhaabbileen mootummaa xiyyeeffannoon hojjechuu akka qaban Abbaan Alangaa Waliigalaa Federaalaa Dooktar…