Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ce’umsaawwan daandii baabura salphaa magaalaa Finfinnee irratti kan muldhatu rakkoo tiraafikaa…
Finfinnee, Onkololeessaa 12, 2013 (FBC) - Ce’umsaawwan daandii baabura salphaa magaalaa Finfinnee irratti kan muldhatu rakkoo tiraafikaa furuuf mariin gaggeeffame.
Ce’umsaawwan daandii…
Ijaarsa Proojektii madda aanniisaa Kooyishaa waggaa 3 keessatti xumuruuf hojjetamaa jira – Dooktar…
Finfinnee, Onkololeessaa 12, 2013 (FBC) – Ijaarsa Proojektii madda aanniisaa Kooyishaa waggaa 3 keessatti xumuruuf hojjetamaa jiraachuu Ministirri Ministeera Bishaan, Jallisii fi Iinarjii…
Dandeettii hoogantoota manneen barnootaa cimsuuf leenjiin qophaa’eera – Ministeera Barnootaa
Finfinnee, Onkololeessaa 12, 2013 (FBC) - Dandeettii hoogantoota manneen barnootaa cimsuuf leenjiin qophaa’eera – Ministeera Barnootaa
Dandeettii hoogantootaa fi suparvaayzarootaa manneen…
Lammiileen Ityoophiyaa 437 Sawuud Arabiyaa fi Libaanoos irraa deebi’an
Finfinnee, Onkololeessaa 12, 2013 (FBC) - Lammiileen Ityoophiyaa 437 Sawuud Arabiyaa fi Libaanoos irraa deebi’an.
Guyyaa har’aa lammiileen Ityoophiyaa 437 Sawuud Arabiyaa…
Walitti bu’iinsaa fi rakkoo nageenyaa jiru furuuf hojjetamuu qaba – Abunee Maatiyaas
Finfinnee, Onkololeessaa 12, 2013 (FBC) – Walitti bu’iinsaa fi rakkoo nageenyaa jiru furuuf hojjetamuu akka qabu Paatirayaarikiin Ordotoksii Tawaahidoo Ityoophiyaa Qulqulluu Abunee…
Misooma magariisaa haaroomaa Ityoophiyaatti mata duree jedhanuun Weebinarri idila addunyaa…
Finfinnee, Onkololeessaa 12, 2013 (FBC) – Misooma magariisaa haaroomaa Ityoophiyaatti mata duree jedhanuun Weebinarri idila addunyaa qindeessummaa Roomitti Imbaasii Ityoophiyaan…
Finfinneetti barattoonni kutaa 8ffa fi 12ffaa Wiixata barnoota eegalu
Finfinnee, Onkololeessaa 12, 2013 (FBC) - Finfinneetti barattoonni kutaa 8ffa fi 12ffaa Wiixata barnoota akka eegalan Biiroon Barnootaa Magaalaa finfinnee beeksise.
Hoogganaan Biiroo…
Abbaan taayitichaa kurmaana darbetti bu’uraalee misoomaa garaagaraa Kiiloo Meetira 68f hojii suphaa…
Finfinnee, Onkololeessaa 12, 2013 (FBC) –Abbaan Taayitaa Daandiiwwanii magaalaa Finfinnee kurmaan darbetti bu’uraalee misoomaa garaagaraa Kiiloo Meetira 68f hojii suphaa raawwachuu…
Kutaa magaalaa Laaftootti mana nama dhuunfaatti Birrii Noottii haaraan miiliyoona 2 ol too’atamuu…
Finfinnee, Onkololeessaa 12, 2013 (FBC) - Kutaa magaalaa Laaftootti mana nama dhuunfaatti Birrii Noottii haaraan miiliyoona 2 ol too’atamuu poolisiin beeksise.
Kutaa magaalaa Nifaas Silki…
Balaan Ibiddaa warshaa Ispoonjii magaalaa Finfinnee keessatti muudate qabeenya barbadeesse
Finfinnee, Onkololeessaa 12, 2013 (FBC) – Balaan Ibiddaa Warshaa Ispoonjii magaalaa Finfinnee kutaa bulchiinsa Araadaatti muudateen qabeenya Birrii kuma dhibba 5 olitti tilmaamamu…