Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Preezdaanti Saahilawarqii fi hooggantoonni olaanoo biroon Yuunivarsiitii Arbaa Miinci daawwatan
Finfinnee, Onkololeessaa 12, 2013 (FBC) - Preezdaanti Saahilawarqii fi hooggantoonni olaanoo biroon Yuunivarsiitii Arbaa Miinci daawwatan.
Daawwanichaan hirmaanaa barattoota…
Ogeeyyiin Manneen Maree dirqama ogummaa fi lammummaa isaanii bahachuu akka qaban ibsame
Finfinnee, Onkololeessaa 12, 2013 (FBC) - Waltajjii leenjii Ogeessota Manneen Maree Anaalee fi Magaalotaaf magaalaa Adaamaatti kennamaa jira.
Afyaa'ii Caffee Oromiyaa aadde Loomii Badhoo…
Ityoophiyaanonni 144 Libaanos irraa gara Ityoophiyaatti gaggeeffaman
Finfinnee, Onkololeessaa 12, 2013 (FBC) - Ityoophiyaanonni 144 Libaanos irraa gara Ityoophiyaatti gaggeeffaman.
Ityoophiyaanonni 144 Libaanos irraa gara Ityoophiyaatti gaggeeffamuu…
Hariiroon Ityoophiyaa fi Chaayinaa tumsa gaariidha – Ambaasaaddar Diinaa Muftii
Finfinnee, Onkololeessaa 12, 2013 (FBC) - Hariiroon Ityoophiyaa fi Chaayinaa tumsa gaariidha – Ambaasaaddar Diinaa Muftii.
Dubbi Himaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Diinaa Muftii…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 628 vaayrasii koroonaatin qabamuun ibsame
Finfinnee, Onkololeessaa 12, 2013 (FBC) – Gabaasa qorannaa sa’aa 24 kaleessa darbeetin Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 628 vaayrasii koroonaatin qabamuun ibsame.
Qorannaan…
Dr Abiy maallaqni Maaddii Biyyaaf sassaabmu akkaataa kaaroratti adeemaa jira jedhan
Finfinnee, Onkololeessa 11, 2013 (FBC)-Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad maallaqni Maaddii Biyyaaf sassaabmu akkaataa karooratti adeemaa jiraachuu gaaggammneera jedhan.…
Oromiyaatti namoonni dabalata 106 vaayrasii koroonaatin qabaman
Finfinnee, Onkololeessa 11, 2013 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeetiin namoonni 106 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame.
Naannichaatti sa’aa 24 darbeetiin…
Dooktar Liyaan daayreektara Baankii Addunyaa Ityoophiyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Onkololeessa 11, 2013 (FBC)- Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaa daayreektara Baankii Addunyaa Ityoophiyaa Osmaan Diyoo waliin mari’ataniiru.
Marii isaaniin…
Magaalaa Bulee Horaatti hoteelli abbaa urjii shanii ijaarramuufi
Finfinnee, Onkololeessa 11, 2013 (FBC)- Magaalaa Bulee Horaatti hoteelli abbaa urjii shanii ijaarramuuf wal harkaa fuudhinsi lafaa fi agarsiifni dizaaynii gaggeeffameera.
Bulchiinsi…
Lubbuu namaa balaa tasaan darbu hri’iisuuf qindoominaan hojjetamuu qaba – obbo Oordiin Badirii
Finfinnee, Onkololeessa 11, 2013 (FBC) – Naannoo Harariitti lubbuu namaa balaa tasaan darbu hir’isuuf qindoomninaan hojjetamuu akka qabu Preezdaantiin naannoo Hararii obbo Oordiin Badiriin…