Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Baatii tokkotti gurgurtaan konkolaataa fi manaa Birrii biiliyoona 2.8 ol karaa baankiin…
Finfinnee, Onkololeessaa 10, 2013 (FBC) - Baatii tokkotti gurgurtaan konkolaataa fi manaa Birrii biiliyoona 2.8 ol karaa baankiin raawwatameera.
Baatii tokkotti gurgurtaan konkolaataa fi…
Adaamaatti gamoon jiguun lubbuun namoota 4 darbe
Finfinnee, Onkololeessa 10, 2013 (FBC) – Magaalaa Adaamaatti gamoon jiguun lubbuu namoota 4 darbuu poolisiin beeksise.
Qajeelcha poolisii bulchiinsamagaalichaatti ogeessii…
Lammii Kuraa kutaa magaalaa Finfinnee 11ffaa ta’uun ragga’e
Finfinnee, Onkololeessaa 10, 2013 (FBC) -Manni Maree Finfinnee Lammii Kuraa kutaa magaalaa Finfinnee 11ffaa ta’uun ragga’e.
Manni maree Bulchiinsa magaalaa Finfinnee olmaa isaa…
Dhaabbileen garagaraa deeggarsa maaddii biyyaaf taasisaa jiru
Finfinnee, Onkololeessaa 10, 2013 (FBC) - Dhaabbileen garagaraa deeggarsa maaddii biyyaaf taasisaa jiru.
Dhaabbileen garagaraa waamicha muummeen ministiraa Dooktar Abiy Ahimad…
Ityoophiyaa fi Raashiyaa tumsi damee barnootaaf taasifamu cimee akka itti fufu ibsame
Finfinnee, Onkololeessaa 10, 2013 (FBC) - Ityoophiyaa fi Raashiyaa tumsi damee barnootaaf taasifamu cimee akka itti fufu ibsame.
Ministirri Barnootaa Dooktar Injiinar Geetaahuun…
Bulchiinsa magaalaa Finfinneetti kurmaana jalqaba waggaatti galiin Birrii biiliyoona 9.9 ol walitti…
Finfinnee, Onkololeessaa 10, 2013 (FBC) - Bulchiinsa magaalaa Finfinneetti kurmaana jalqaba waggaatti galiin Birrii biiliyoona 9.9 ol walitti qabame.
Bulchiinsa magaalaa…
Biyya jaalachuu jechuun waan kanbiraa utuu hin ta’iin badhaadhinasheetiif jabaatanii…
Finfinnee, Onkololeessaa 10, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad biyya jaalachuu jechuun waan kanbiraa utuu hin ta'iin badhaadhinasheetiif jabaatanii hojjechudha jedhan.…
Manni Maree magaalaa Finfinnee aadde Zarfashiwaal Nigusee Af-yaa’ii godhuun muude
Finfinnee, Onkololeessaa 10, 2013 (FBC) – Manni Maree magaalaa Finfinnee yaa’ii 8ffaa bara 1ffaa galma Mana Maree Federeeshiniitti gaggeessa jira.
Manni marichaa aadde…
Muummeen Ministiraa Somaaliyaa kaabinee haaraa hundeessan
Finfinnee, Onkololeessa 10, 2013 (FBC) - Muummeen Ministiraa Somaaliyaa kaabinee haaraa hundeessan.
Muummeen Ministiraa Somaaliyaa Mahaammad Huseen Robeelee kaabinee haaraa hundeessan…
Manneen barnootaa 30% ta’an barnoota eegaluu ibsame
Finfinnee, Onkololeessa 10, 2013 (FBC) - Manneen barnootaa 30% ta’an barnoota eegaluu ibsame.
Guyyaa kaleessaa Manneen barnootaa 30% ta’an barnoota eegaluu Ministeerri Barnoota ibseera.…