Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Manni Maree Federeeshinii haala kabaja guyyaa sabaa fi sablammootaa marsaa 15ffaa irratti mari’ata…
Finfinnee, Onkololeessa 11, 2013 (FBC)- Manni Maree Federeeshinii haala kabaja guyyaa sabaa fi sablammootaa marsaa 15ffaa irratti mari’ata jira.
Manni marichaa qamoolee dhimmi ilaallatuu…
Ityoophiyaannoonni 133 Beeruut irraa deebi’an
Finfinnee, Onkololeessa 11, 2013 (FBC)- Ityoophiyaannoonni 133 Beeruutirraa gara biyyaa deebi’aaniiru.
Lammiileen Ityoophiyaa kunneen buufata xiyyaaraa idil addunyaa Boolee wayita ga’aan…
Fooramniin Xaanaa dhimma Afrikaarratti furmaata Afrikaa fiduuf shoora olaanaa qaba – Preezdaant…
Finfinnee, Onkololeessa 11, 2013 (FBC) - Fooramniin Xaanaa rakkoo nageenyaa fi tasgabbii Afrikaa keessa jiruuf furmaata Afrikaa kaa’uuf shoora olaanaa qabaachuu Preezdaantiin FDRI…
Gabaasa qorannaa vaayrasii koroonaatin namoonni 489 yoo dandamatan, 6 lubbuu isaanii dhabaniiru
Finfinnee, Onkololeessaa 10, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannaa vaayrasii koroonaa har'a ba'een namoonni 489 yoo dandamatan, 6 lubbuu isaanii dhabaniiru.
Hanga ammaatti waliigalaan…
Manni Maree Finfinnee muudamoota garagaraa ragga’e
Finfinnee, Onkololeessaa 10, 2013 (FBC) - Manni Maree Finfinnee muudamoota garagaraa ragga’e.
Manni Maree bulchiinsa magaalaa Finfinnee yaa’ii 8ffaa bara hojii 1ffaa Itti…
Kooriyaan Kibbaa meeshalee ittisa vaayrasii koroonaa Doolaara kuma dhibba 5tti tilmaamamu…
Finfinnee, Onkololeessaa 10, 2013 (FBC) - Mootummaan Kooriyaa Kibbaa meeshalee ittisa vaayrasii koroonaa Doolaara kuma dhibba 5tti tilmaamamu deeggarsaan laate.
Mootummaan…
Shakkamtoonni haada sarara elektirikaa hatan harkaaf harkatti to’ataman
Finfinnee, Onkololeessa 10, 2013 (FBC) –Shakkamtoonni 3 haada sarara elektirikaa manneen waliin jireenyaa haaraa ijjaarraman keessaa hatan harkaaf harkatti qabamuu qajeelchi poolisii…
Naannoo Oromiyaatti namoonni 182 vaayrasii koroonaatin qabamuu ibsame
Finfinnee, Onkololeessa 10, 2013 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeetiin namoonni 182 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame.
Naannichaatti sa’aa 24 darbeetiin…
Ministirri Albuudaa fi Boba’aa Injiinar Taakkalaa Uumaa dhaabbata Gooldi Maayniingii Sidaamaa…
Finfinnee, Onkololeessaa 10, 2013 (FBC) -Ministirri Albuudaa fi Boba’aa Injiinar Taakkalaa Uumaa dhaabbata Gooldi Maayniingii Sidaamaa daawwatan.
Ministirri Albuudaa fi Boba’aa Injiinar…
Yaa’iin barnootaa idil addunyaa gaggeeffama jira
Finfinnee, Onkololeessa 10, 2013 (FBC) – Ministirri Ministeera Barnootaa Dooktar Injiinar Geetahuun Makuriyaa yaa’ii barnootaa idil addunyaa viidiyoo konfiraansiin hirmaata jiru.…