Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Raayyaan Ittisa Biyyaa FDRI ajaja dabalataa lama hundeesse
Finfinnee, Onkololeessa 10, 2013 (FBC) - Raayyaan Ittisa Biyyaa FDRI ajaja dabalataa lama hundeesse.
Raayyaan Ittisaa Biyyaa FDRI ajaja dabalataa lama hundeessuu beeksise.
Ajajoonni…
Namoonni dhuunfa baala sammuu namaa hadoochuu daddabarsuun shakkaman to’annaa jala oolan
Finfinnee, Onkololeessa 10, 2013 (FBC) –Komishiin Poolisii Federaalaa namoota dhuunfa baala sammuu namaa hadoochuu sadarkaa idil addunyaatti hamaa ta’ee daddabarsaa turan to’annaa…
Hoomaan Awwaanisaa aanaa Minjaar Shankoraatti muudatee oomisha lafa hektaara kuma 12 irra ture…
Finfinnee, Onkololeessaa 9, 2013 (FBC) – Hoomaan Awwaanisaa Shawaa Kaabaa aanaa Minjaar Shankoraatti muudatee oomisha lafa hektaara kuma 12 irra ture barbadeessuu ibsame.
…
Naannoo Amaaraatti mariin Proojektoota misooma Jallisii fi Hidhaaleerratti xiyyeeffate gaggeeffame
Finfinnee, Onkololeessaa 9, 2013 (FBC) – Naannoo Amaaraatti mariin Proojektoota misooma Jallisii fi Hidhaalee eegalaman irratti xiyyeeffate magaalaa Bahaar Daaritti gaggeeffame.…
Obbo Gadduun Ministir deettaa Ministeera Alaa Kooriyaa Kibbaa waliin mari’atan
Finfinnee, Onkololeessaa 9, 2013 (FBC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa FDRI obbo Gaduu Andaargaachaw Ministir deettaa Ministeera Alaa Kooriyaa Kibbaa Haam Saang Wuuk waliin mari’atan.…
Miidhaa dubartootaa fi daa’immanirra ga’uu haala ittisuun danda’amurratti ogeeyyiin Aartii waliin…
Miidhaa dubartootaa fi daa’immanirra ga’uu haala ittisuun danda’amurratti ogeeyyiin Aartii waliin mari’atame
Finfinnee, Onkololeessaa 9, 2013 (FBC) – Abbaan Alangaa Waliigalaa…
Yuunvarsiitiwwanii fi Ministeera Saayinsii fi Dhaabbilee Olaanoo waliin haala qophii barnootaa…
MM FDRI Dooktar Abiy hooggantootaa Yuunvarsiitiwwanii fi Ministeera Saayinsii fi Dhaabbilee olaanoo waliin mari’atan
Finfinnee, Onkololeessaa 9, 2013 (FBC) – Muummeen…
Manni Maree magaalaa Finfinnee guyyaa boruu yaa’ii 8ffaa bara 1ffaa ni gaggeessa
Finfinnee, Onkololeessaa 9, 2013 (FBC) – Manni Maree magaalaa Finfinnee guyyaa boruu yaa’ii 8ffaa bara 1ffaa galma Mana Maree Federeeshiniitti kan gaggeessu ta’uu ibsame.
…
Chaayinaan Ityoophiyaaf deeggarsa meeshaalee ittisa weerara awwaannisaaf oolan taasifte
Finfinnee, Onkololeessa 9, 2013 (FBC) –Chaayinaan Ityoophiyaaf deeggarsa konkolaattootaa fi meeshaalee farraa ilbiisoota weerara awwannisaa ittisuuf oolan taasisuu ishee Ministeerri Qonnaa…
Finfinnee fi godinaalee ollaan ala guutuu biyyattiitti barnoonni eegalame – Ministeera Barnootaa
Finfinnee, Onkololeessaa 9, 2013 (FBC) –Magaalaa Finfinnee fi godinaalee ollaan ala guutuu biyyattiitti barnoonni eegalamuu Ministeerri Barnootaa beeksise.
Magaalaa Finfinnee…