Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Adeemsi baruu fi barsiisuu naga qabeessi akka jiraatuuf qophii taasisaa jiraachuu Yuunivasitiiwwan…
Finfinnee, Onkololeessa 6, 2013 (FBC) -Adeemsi baruu fi barsiisuu naga qabeessi akka jiraatuuf qophii taasisaa jiraachuu Yuunivasitiiwwan Jimmaa Hawaasaa fi Baahir Daar beeksisaan.…
“Keemikaalli farra awaannisaa biifuurratti dirooniin xiyyaara caalaa bu’aa qabeessa” – Naa’ol…
Finfinnee, Onkololeessa 6, 2013 (FBC) –“Keemikaalli farra awaannisaa biifuurratti dirooniin xiyyaara caalaa bu’aa qabeessa” - Naa’ol Dhaabaa
Dargaggoo Naa’ol Dhaabaa “Keemikaalichi % 95…
Walga’iin 5ffaan bara hojii 6ffaa Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa Wiixata ni gaggeeffama
Finfinnee, Onkololeessa 6, 2013 (FBC) - Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa FDRI walga’ii 5ffaa bara hojii 6ffaa walga’ii addaa 1ffaa Wiixata dhufu ni gaggeessa.
Manni marichaa…
Finfinneetti dareewwan barnoota dabalataa walitti hidhaman kumni 2 ol ijaarramuufi
Finfinnee, Onkololeessa 6, 2013 (FBC) – Finfinneetti bara barnoota 2013f dareewwan barnoota dabalataa walitti hidhaman kumni 2 fi 300 akka ijaarraman Biiroon Barnoota magaalaa Finfinnee…
Ministeerri nageenyaa fi komishinniin bulchiinsa dhimmoota eenyummaa fi daangaa FDRI sanada…
Finfinnee, Onkololeessa 6, 2013 (FBC) - Ministeerri nageenyaa fi Komishinniin Bulchiinsa Dhimmoota Eenyummaa fi Daangaa FDRI waliin hojjechuuf sanada waliigaltee mallatteessan.…
Ityoophiyaa fi Kaazaakiistaan misooma damee Paarkii Indaastiriirratti waliin hojjechuuf mari’atan
Finfinnee, Onkololeessa 6, 2013 (FBC) - Ityoophiyaa fi Kaazaakiistaan misooma damee Paarkii Indaastiriirratti haala waliin hojjechuun danda’amurratti mari’achuu Koorporeeshiniin Misooma…
Dippiloomaasii lammumaan Ityoophiyaanoota 993 gara biyyaa deebisuun danda’ameera- Ministeera Dhimma…
Finfinnee, Onkololeessa 6, 2013 (FBC) – Dippiloomaasii lammumaan Ityoophiyaanoota 993 gara biyyaa deebisuun danda’amuu Ministeerri Dhimma Alaa beeksise.
Ministeerichi torbe lamaan…
Yakka malaamaltummaa Birrii biiliyoona 9.4 ga’urratti qorannoon gaggeeffamaa jira – Poolisii…
Finfinnee, Onkololeessa 6, 2013 (FBC) – Qabeenya ummataa fi mootummaa saamame deebisiisuuf yakka malaamaltummaa Birrii biiliyoona 9.4 ga’u irratti qorannoon taasifamaa jiraachuu…
Barnoota Dhaabbilee Olaanoo eegaluuf gamaggamni qophii dhaabbilee waliin walqabatee gaggeeffama jira
Finfinnee, Onkololeessa 6, 2013 (FBC) –Sababa weerara vaayrasii koroonaatin adda citee kan turee barnoota dhaabbilee olaanoo eegaluuf gamaggamni xumuraa qophii dhaabbilee waliin wal qabatee…
Mootummaan Jarman Ministeera Qonnaaf meeshaalee nama malee balali’an (diroonota) deeggarsa taasise
Finfinnee, Onkololeessa 6, 2013 (FBC) - Mootummaan Jarman Ministeera Qonnaaf meeshaalee nama malee balali’an (diroonota) deeggarsa taasise.
Mootummaan Jarman Ministeera Qonnaaf meeshaalee…