Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dooktar Abiy Preezdaanti Siiriil Raamaafoosaa waliin mari’atan
Finfinnee, Onkololeessaa 7, 2013 (FBC) -Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Preezdaantii Afrikaa Kibbaa Siiriil Raamafoosaa waliin bilbilaan mari’ataniiru.
Dooktar…
Manni murtichaa obbo Lidatuun himata 2ffaa himataniin beellama jijjiirraa laate
Finfinnee, Onkololeessa 6, 2013 (FBC) – Manni Murtii waliigalaa Shawaa Bahaa obbo Lidatuun himata 2ffaa sanada heera mootummaa faallessu qopheessuun himatamanirratti beellama jijjiirraa…
Mootummaan Neezarlaand meeshaalee weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf oolu Ityoophiyaaf deeggarsa…
Finfinnee, Onkololeessa 6, 2013 (FBC) – Mootummaan Neezarland dhaabbata miti mootummaa ‘Kaard Eeyid’ jedhamu waliin ta’uun meeshaalee weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf oolu Ityoophiyaaf…
Dooktar Abiy Antooniyoo Guuutereez waliin bilbilaan mari’atan
Finfinnee, Onkololeessa 6, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad barreessaa olaanaa Dhaabbata Mootummaa Gamtoomaanii Antooniyoo Guuutereez waliin bilbilaan mari’atan…
Muummeen ministiraa FDRI duraanii obbo Hayilamaariyaam Dassaalenyii fi haati warraan isaanii aadde…
Finfinnee, Onkololeessa 6, 2013 (FBC) -Muummeen ministiraa FDRI duraanii obbo Hayilamaariyaam Dassaalenyii fi haati warraan isaanii aadde Roomaan Tasfaayee Faawundeeshinii hundeessan.…
Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa fi Dhaabbanni Gargaarsa Idila Addunyaa Ameerikaa ‘USAID’ waliigaltee…
Finfinnee, Onkololeessa 6, 2013 (FBC) – Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa fi Dhaabbanni Gargaarsa Idila Addunyaa Ameerikaa ‘USAID’ waliigaltee tumsaa mallateessan.
Waliigaltichi bu’aalee…
Hoggantoonni hojii mootummaa qabeenyaa isaanii hin galmeessine 100 qabeenyi isaanii akka…
Finfinnee, Onkololeessa 6, 2013 (FBC) – Hoggantoonni hojii mootummaa qabeenyaa isaanii hin galmeessine 100 qabeenyii isaanii akka qulqulla’uuf poolisii federaalaaf darbuufi jedhameera.…
Oromiyaatti namoonni dabalata 101 vaayrasii koroonaatin qabaman
Finfinnee, Onkololeessa 6, 2013 (FBC) - Naannoo Oromiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeetiin namoonni 101 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame.
Naannichaatti sa’aa 24…
Godina Matakkalitti lubbuun lammiilee nagaa akka darbu qaamoleen tumsanii fi qindeessuun shakkaman…
Finfinnee, Onkololeessa 6, 2013 (FBC) - Godina Matakkalitti lubbuun lammiilee nagaa akka darbu qaamoleen tumsanii fi qindeessuun shakkaman namoonni 504 too’annoo seeraa jala oolan.…
Naannoon Affaar lammiilee Oromiyaatti balaa lolaan miidhamaniif deeggarsa taasise
Finfinnee, Onkololeessa 6, 2013 (FBC) – Mootummaan naannoo Affaar naannoo Oromiyaatti lammiilee balaa lolaan miidhamaniif deeggarsa taasisaniiru.
Deeggarsichaan ruuzii, daakuu fi zayta…