Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ityoophiyaa fi Jibuutii qaama daandii gaalafi Jibuutii kan ta’e daandii Diikniil Daaguruu kiiloo…
Finfinnee, Onkololeessa 5, 2013 (FBC) - Ityoophiyaa fi Jibuutii qaama daandii gaalafi Jibuutii kan ta’e daandii Diikniil Daaguruu kiiloo meetra 80 fooyyessuf waliigalteen mallattaa’e.…
Oromiyaatti namoonni dabalataa 208 vaayrasii koroonaatin qabaman
Finfinnee, Onkololeessa 5, 2013 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeetiin namoonni 208 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame.
Naannichaatti sa’aa 24…
Godina Addaa Oromiyaa Naannawaa Finfinneetti sirni cufinsa hojii dirqama tajaajila lamummaa Gannaa…
Finfinnee, Onkololeessa 5, 2013 (FBC) - Godina Addaa Oromiyaa Naannawaa Finfinneetti sirni cufinsa hojii dirqama tajaajila lamummaa Gannaa taasifameera.
Godina Addaa Oromiyaa…
Balaan Ibiddaa Baankii Biyyaalessa Ityoophiyaarra qaqqabe too’atame
Finfinnee, Onkololeessa 5, 2013 (FBC) –Balaan Ibiddaa Baankii Biyyaalessaa Ityoophiyaarra qaqqabe too’amuu Baankichi beeksise.
Balaan Ibiddaa Biiroo Gamicha tokkorra qaqqabee…
Injiinar Taakkalaa Uumaa naannoo Somaalee Hilaalaa fi Kaaluub bakka hojiin boba’aa baasuu itti…
Finfinnee, Onkololeessa 5, 2013 (FBC) - Ministirri Albuudaa fi Boba’aa Injiinar Taakkalaa Uumaa naannoo Somaalee Hilaalaa fi Kaaluub bakka hojiin boba’aa baasuu itti gaggeeffamu…
MM FDRI Dooktar Abiy Ahimad qaamoolee maaddii biyyaaf deeggarsa taasisan galateeffatan
Finfinnee, Onkololeessa 5, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad qaamoolee sagantaa maaddi biyyaan misooma Wancii, Kooyishaa fi Goorgoraaf waamicha taasifame…
Duulli hoomaa awwannisaarratti keemikaala biifuu cimee itti fufu ibsame
Finfinnee, Onkololeessa 5, 2013 (FBC) – Duulli hoomaa awwannisaarratti keemikaala biifuu cimee itti fufu Biiroon Qonnaa fi Qabeenya Uumamaa Oromiyaa beeksise.
Jilli hoogganaa Biiroo…
Dargaggoonni carraa hojii uumamuuf otuu hin tuffatiin fayyadamuu qabu- aadde Adaanach Abeebee
Finfinnee, Onkololeessa 5, 2013 (FBC) - Dargaggoonni carraa hojii uumamuuf otuu hin tuffatiin fayyadamuu qabu- aadde Adaanach Abeebee.
Itti Aantuun Kantiibaa Bulchiinsa magaalaa Finfinnee…
Ityoophiyaanoonni 357 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Onkololeessa 5, 2013 (FBC) – Ityoophiyaanoonni 357 guyyaa har’aa Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’uu ibsameera.
Lammiileen kunneen wayita Buufata Xiyyaaraa Idil…
Dhimmoota hariiroo Ityoophiyaa fi Sudaan cimsurratti marii’atame
Finfinnee, Onkololeessa 5, 2013 (FBC) - Dhimmoota hariiroo Ityoophiyaa fi Sudaan cimsurratti marii’atame.
Sudaanitti ambaasaaddarri Ityoophiyaa Yibalxaal Ayimiroo ministeera dhimmaa…