Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Manneen barnootaa haguuggiin fuulaa hin qaqqabne Onkoleleessa 9, 2013 barnoota akka hin eegallee…
Finfinnee, Onkololeessa 5, 2013 (FBC) – Manneen barnootaa haguuggiin fuulaa hin qaqqabne Onkoleleessa 9, 2013 barnoota eegaluu akka hin qabne Ministeerri Barnootaa yaadachiisa.…
Obbo Lidatuun meeshaa waraanaa seeraan alaa qabatanii argamuu isaanii Abbaan Alangaa ragaalee sadi…
Finfinnee, Onkololeessa 5, 2013 (FBC) – Obbo Lidatuu Ayyaalew yakka meeshaa waraanaa seeraana alaa qabatanii argamuun himatamaniin Abbaan Alangaa ragaalee sadi dhageessisse.
…
Adeemsi ijaarsa biyyaa kan hin xumuramne dhaloota dhaloottatti wal harkaa fuudhiinsaan kan…
Finfinnee, Onkololeessa 5, 2013 (FBC) - Waltajjii fi leenjiin bakka buutootaa dhaabbiilee barnoota olaanoo, gamtaa barattootaa fi fooramii nageenyaaf ministeera nageenyaa qophaa’e xumurame.…
Waltajjiin marii Baankii Dhiigaa Biyyaalessaa 8ffaan gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 5, 2013 (FBC) – Waltajjiin marii Baankii Dhiigaa biyyaalessaa 8ffaan guyyoota 3f turu magaalaa Goondaritti gaggeeffamaa jira.
Baankichi bara 2013 dhiiga…
Projaktoonni misooma jallisi gamaaggama raawwii waggaa kurmaana jalqabaa gaggeesse
Finfinnee, Onkololeessa 5, 2013 (FBC) - Projaktoonni misooma jallisi gamaaggama raawwii waggaa kurmaana jalqabaa gaggeeffameera.
Waltajjichaan komishiniin misooma jallisii abbumaan kan…
Dargaggoota waliin hojjennaan lagni hin ce’amne hin jiru jedhan obbo Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Onkololeessa 5, 2013 (FBC) - Dargaggoota waliin hojjennaan lagni hince'amne hin jiru jedhan Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa.
Preezdaantiin…
Paartiileen Siyaasaa dhimmoota biyyaalessarratti mari’ataa jiru
Finfinnee, Onkololeessa 5, 2013 (FBC) – Paartiileen Siyaasaa Ityoophiyaa keessa sosocho’an dhimmoota biyyaalessarratti galma walga'ii gamtaa Afrikaatti mari’ataa jiraachuu ibsame.…
Muuziyeemiin magaalaaFinfinnee daawwattootaf banaa ta’e
Finfinnee, Onkololeessa 5, 2013 (FBC) – Sababa weerara vaayrasii koroonaan cufamee kan ture Muuziyeemiin Magaalaa Finfinnee daawwattootaaf banaa ta’uu Biiroon Aadaa,Turiizimii fi Aartii…
Faransaay weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf Paaris dabalatee magaaloota 8 irratti sosochii yeroo…
Finfinnee, Onkololeessa 5, 2013 (FBC) – Faransaayitti weerarri vaayrasii koroonaa irra deebiin babal’achuu isaan Paaris dabalatee magaaloota 8 keessatti sosochiin yeroo daanga’uuf akka…
Proojektiin tajaajila fayyaa dubartootaa fi sirna hormaatarratti hojjetu ifoome
Finfinnee, Onkololeessa 5, 2013 (FBC) – Maarii Istoops Internaashinaal Ityoophiyaa fi Pooppuleeshin Sarvis Internaashinaal Ityoophiyaan Ministeera Fayyaa waliin ta’uun Proojektii tajaajila…