Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Karoorri adeemsa baruu fi barsiisuu haala qabatamaa naannorratti kan hundaa’u ta’a –Ministeera…
Finfinnee, Onkololeessa 4, 2013 (FBC) – Karoorri adeemsa baruu fi barsiisuu dabareen itti fufsiisuuf qabame haala qabatamaa naannorratti kan hundaa’u ta’uu Ministeera Barnootaa beeksise.…
Oromiyaatti namoonni dabalata 102 vaayrasii koroonaatin qabaman
Finfinnee, Onkooleessa 4, 2013 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeetiin namoonni 102 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame.
Naannichaatti sa’aa 24 darbeetiin qorannoo…
Ityoophiyaa fi Baankiin addunyaa waliigaltee deeggarsa Doolaara miiliyoona dhibba 4 mallatteessan
Finfinnee, Onkololeessa 4, 2013 (FBC) –Sagantaa seeftineetii carraa hojii uumuu magaalotaa Ityoophiyaaf kan oolu Ityoophiyaa fi Baankiin addunyaa waliigaltee deeggarsa Doolaara…
Manneen barnootaa naannoo Oromiyaa marsaalee addaddaan Onkololeessa 16,2013 eegalee kan banaman ta’a
Finfinnee, Onkooleessa 4, 2013 (FBC)- Manneen barnootaa naannoo Oromiyaa marsaalee addaddaan Onkololeessa 16,2013 eegalee kan banaman ta’a.
Sadarkaa itti aanaa preezdaantiitti qindeessaan…
Waltajjiin marii qorannoo sodaa biyyaaleessaa xiyyeeffaterratti gaggeeffama jira
Finfinnee, Onkololeessa 4, 2013 (FBC) – Qaamoolee raawwii misooma daandii fi riqichaa bara 2012 keessatti qooda olaanaa ba’aniif beekkamtiin laatame.
Abbaan Taayitaa Daandiiwwanii…
Qorannoon daddabarsa maallaqaa seeraan alaa fi shoroorkeessumma maallaqaan deeggarame irratti…
Finfinnee, Onkooleessa 4, 2013 (FBC)- Qorannoo lammaffaan daddabarsa maallaqaa seeraan alaa fi shoroorkeessummaa maallaqaan deeggarame akkasumas yakkoota faayinaasii fi diinagdeerratti…
Weerara hoomaa Awwaannisa naannoo Tigraayii fi godina Walloo Kaabaatti muudate too’achuuf hojjetamaa…
Finfinnee, Onkololeessa 4, 2013 (FBC) – Weerara hoomaa Awwaannisa naannoo Tigraayii fi godina Walloo Kaabaatti muudate too’achuuf hojjetamaa jiraachuu ibsame.
Naannoo Tigraay…
Preezdaant Isaayyaas paarkii Inxooxxoo daawwata jiru
Finfinnee, Onkooleessa 4, 2013 (FBC)- Preezdaantiin Eertiraa Isaayyaas Afawarqii daawwannaa hojii guyyoota 3f Ityoophiyaatti taasisaa jiraaniin Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad…
Magaalichatti qaamoolee daandii ummataa faayidaa dhuunfaf oolchanirratti tarkaanfiin fudhatamuu…
Finfinnee, Onkololeessa 4, 2013 (FBC) – Abbaan Taayitaa Daandiiwwanii magaalaa Finfinnee qaamoolee daandii ummataa faayidaa dhuunfaf oolchanirratti tarkaanfii fudhachuu eegaluu beeksise.…
Yunvarstiitiin Goondar hayyoota 3f proofeeserummaa laate
Finfinnee, Onkooleessa 4, 2013 (FBC)-Boordiin Yunvarstiitiin Goondar kaleessa hayyoota 3f proofeeserummaa guutu laachu beeksiseera.
Yunvarsiitiichi Dooktar Taaddasaa Awaqee, Dooktar…