Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Preezdaanti Isaayyas Afawarqii daawwanaa hojii Ityoophiyaatti taasisan xumuruun gara Asmaraatti…
Finfinnee, Onkololeessa 5, 2013 (FBC) –Preezdaanti Isaayyas Afawarqii daawwanaa hojii Ityoophiyaatti taasisan xumuruun gara Asmaraatti deebi’an.
Preezdaantiin Eertiraa Isaayyas Afawarqii…
Dooktar Aragaawii Bariheen daayreektar olaanaa qindeessaa hirmaannaa ummataa Hidha Haaromsaa ta’uun…
Finfinnee, Onkololeessa 5, 2013 (FBC) – Dooktar Aragaawii Bariheen daayreektar olaanaa qindeessaa hirmaannaa ummataa Waajjirra Mana Maree Biyyaaleessaa Hidha Haaromsaa ta’uun muudaman.…
Ityoophiyaatti Giddugalli qorannoo gaazexeessummaa ijaarramuu qaba jedhame
Finfinnee, Onkololeessa 5, 2013 (FBC) – Dandeettii ogummaa gaazexeessummaa guddisuuf giddugalli qorannoo ijaarramuu akka qabu Abbaan Taayitaa Broodkaastiingii Ityoophiyaa beekksise.…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 712 vaayrasii koroonaatin qabamuun ibsame
Finfinnee, Onkololeessa 5, 2013 (FBC) – Gabaasa qorannaa sa’aa 24 kaleessa darbeetin Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 712 vaayrasii koroonaatin qabamuun ibsame.
Qorannaan laabraatoorii…
Sirna Gadaa barnootan laachuuf qophiin xumuramu ibsame
Finfinnee, Onkooleessa 4, 2013 (FBC)- Sirna Gadaa akka gosaa barnoota tokkootti barsiisuuf karoora qabamee hojiirra olchuuf qophiin xumuramu naannoon Oromiyaa beeksise.
Sadarkaa…
Dooktar Abiy fi preezdaant Isaayyaas Ityoo Injinariing daawwatan
Finfinnee, Onkooleessa 4, 2013 (FBC)-Muummeen Ministira Dooktar Abiy Ahimad fi preezdaantiin Eertiraa Isaayyaas Afawarqii Ityoo Injinariing daawwataniiru.
Gareen Ityoo Injinariing…
Abbaan Alangaa Waliigalaa baatiwwan sadan darbanitti galmeewwan 12,037 irratti murte dabarsu…
Finfinnee, Onkooleessa 4, 2013 (FBC)- Abbaan Alangaa Waliigalaa bara baajata 2013 raawwii qophii karoora kurmaana jalqabaa, seeraa kabachiisuu fi seeraa yaakka raawwachisu akkasumaas…
Miidiyaaleen heddumatanis gaazeexeessitoonni odeeffannoo argachuurratti ammas hanqinni jiraachuu…
Finfinnee, Onkololeessa 4, 2013 (FBC) – Waggoottaan lamaan darbanitti dameen miidiyaa heddumatanis gaazeexeessitoonni odeeffannoo argachuurratti ammas rakkoon jiraachuu ibsme.
…
Paarkiiwwan Indaastirii Hawaasaa fi Adaamaa haguuggii afaanii fi funyaanii miiliyoona 50 Ministeera…
Finfinnee, Onkooleessa 4, 2013 (FBC)- Paarkiiwwan Indaastirii Hawaasaa fi Adaamaa haguuggii afaanii fi funyaanii miiliyoona 50 oomishuun Ministeera Barnootaaf dhiyeessuu eegalan.…
Hoomaan Awwaannisaa Godina Harargee Lixaa aanaa 8 keessatti muul’ate oomisharra miidhaa qaqqabsiisee
Finfinnee, Onkololeessa 4, 2013 (FBC) – Hoomaan Awwaannisaa Godina Harargee Lixaa aanaa 8 gandoota 157 keessatti muul’ate oomisharra miidhaa qaqqabsiisuu ibsame.
Jilli…