Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ambaasaaddarootaa fi Dippiloomaatoota teessoo isaanii Finfinneetti godhataniif haala yeroorratti…
Finfinnee, Onkololeessa 2, 2013 (FBC) – Ministeerri Dhimma Alaa Ambaasaaddarootaa fi Dippiloomaatoota teessoo isaaniin Finfinneetti taasisaniif dhimmoota haala yeroorratti ibsi laate.…
Naannoo Oromiyaatti Koreen Olaanaa Pirotokollii COVid-19 barnoota ilaallatu hundaa’e
Finfinnee, Onkololeessa 2, 2013 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti Koreen Olaanaa Pirotokollii COVid-19 barnoota ilaallatu hundaa'e.
Qophii barnootaa bara barnootaa 2013f taasifamaa jiru…
Baangilaadeesh namoota yakka dirqiin gudeeduu raawwatan du’aan adabuufi
Finfinnee, Onkololeessa 2, 2013 (FBC) – Baangilaadeesh namoota yakka dirqiin gudeeduu raawwatan du’aan adabuuf akka ta’e ibsame.
Baangilaadeeshitti yakka gudeeddii…
Faanaa Broodkaasitiing Koorporeet Afaan Arabaatiin tamsaasa Teeleeviizyiin eegale
Finfinnee, Onkololeessa 2, 2013 (FBC) – Faanaa Broodkaasitiing Koorporeet har’aa jalqabee Afaan Arabaatiin qophiiwwan garaagaraan tamsaasa Teeleeviizyiin eegale.
Tamsaasni kunis har’a…
Godina Matakkal Aanaa Manduuraatti walitti bu’insa namoota gidduutti uumameen lubbuun namoota 12…
Finfinnee, Onkololeessa 2, 2013 (FBC) – Godina Matakkal Aanaa Manduuraatti walitti bu’insa namoota gidduutti uumameen lubbuun namoota 12 darbuun ibsame.
Godina Matakkal Aanaa…
Obbo Lidatu Ayyaalew himannaa 2ffaa himatamaniin har’a waaree booda Mana Murtii Waliigalaa Shawaa…
Finfinnee, Onkololeessa 2, 2013 (FBC) – Obbo Lidatu Ayyaalew yakka sanadoota mootummaa ce’umsaa heera mootummaa faallesuu qopheessuun himatamuun har’a dhaddacharratti dhiyaatan.…
Preezdaanti Saahilawarqi Zawdee bakka bu’aa olaanoo Gamtaa Awurooppaa waliin marii’atan
Finfinnee, Onkololeessa 2, 2013 (FBC) – Preezdaanti Saahilawarqi Zawdee bakka bu’aa olaanoo Gamtaa Awurooppaa waliin marii’atan.
Preezdaanti Saahilawarqi Zawdee bakka bu’aa olaanaa Dhimma…
Warqeen Birrii miiliyoona 3.4tti tilmaamamu too’atame
Finfinnee, Onkololeessa 2, 2013 (FBC) – Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Booleetti Warqeen Birrii miiliyoona 3.4tti tilmaamamu too’atame.
Warqeen hammi isaa Kiiloo giraama 1.4…
Muummeen Ministira Dooktar Abiy Preezdaanti Isaayyas waliin hidha madda anniisaa Galgal Gibee 3ffaa…
Finfinnee, Onkololeessa 2, 2013 (FBC) – Muummeen Ministira Dooktar Abiy Preezdaanti Isaayyas waliin hidha madda anniisaa Galgal Gibee 3ffaa daawwatan.
Muummeen Ministira…
MM Dr. Abiy Ahimad daawwannaaf Ityoophiyaa kan dhufan Preezdaanti Isaayyas Afawarqii har’a…
Finfinnee, Onkololeessa 2, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad daawwannaa hojii guyyaa sadiif Ityoophiyaa kan dhufan obboleessakoo Preezdaanti Isaayyas Afawarqii har'a…