Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Guyyaan Alaabaa sadarkaa Mootummaa Naannoo Oromiyaatti seektaraalee Mootummaa Adda addaatti…
Finfinnee, Onkololeessa 2, 2013 (FBC) -Guyyaan Alaabaa sadarkaa Mootummaa Naannoo Oromiyaatti seektaraalee Mootummaa Adda addaatti kabajameera.
Sirna kabaja guyyaa Alaabaa Mooraa Waajjira…
Abbaan Taayitaa Daandiiwwan Oromiyaa Gorsitoota kontiraaktarootaa fi qooda fudhattoota isaa waliin…
Finfinnee, Onkololeessa 2, 2013 (FBC) - Waltajjii gamaaggama raawwii hojii bara 2012 fi karoora hojii bara2013 irratti Abbaan Taayitaa Daandiiwwan Oromiyaa Gorsitoota kontiraaktarootaa fi…
Obbo Tamasgan Xuruuneh godina Gondar Kibbaatti xaafii kilaastaraan misoome daawwatan
Finfinnee, Onkololeessa 2, 2013 (FBC) - Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Amaaraa obbo Tamasgan Xuruuneh godina Gondar Kibbaatti xaafii kilaastaraan misoome daawwatan.
…
Dooktar Abiy Ahimad Preezdaanti Isaayyaas Afawarqii waliin hojii misooma bunaa daawwatan
Finfinnee, Onkololeessa 2, 2013 (FBC) –Dooktar Abiy Ahimad Preezdaanti Isaayyaas Afawarqii waliin hojii misooma bunaa daawwataan.
Kominikeeshiniin Godina Jimmaa akka beeksiseetti Muummeen…
Dooktar Abiy Ahimadii fi Isaayyaas Afawarqii Yuunvarsiitii Jimmaa daawwatan
Finfinnee, Onkololeessa 2, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimadii fi preezdaantiin Eertiraa Isaayyaas Afawarqiin sosochii hojii Yuunvarsiitii Jimmaa daawwatan.…
Guyyaan Alaabaa biyyaalessaa 13ffaan kabajame
Finfinnee, Onkololeessa 2, 2013 (FBC) - Guyyaan Alaabaa biyyaalessaa 13ffaan kabajame
Alaabaan meeshaa tokkummaa, jaalalaa fi walitti dhufeenya hawaasaa cimsan keessaa isa tokko ta’uu…
Preezdaant Isaayyaas Afawqii Ityoophiyaa galan
Finfinnee, Onkooleessa 2, 2013 (FBC)- Preezdaantiin Eertiraa Isaayyaas Afawqii daawwannaa hojii giyyoota 3f Jimmaa galaniiru.
Preezdaant Isaayyaas wayita buufata xiyyaaraa Abbaa…
Bulchiinsi magaalaa Finfinnee qaamoolee nageenya ummataa fi magaala Finfinnee mirkaneessaniif…
Finfinnee, Onkolooleessa 2, 2013 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Finfinnee qaamoolee nageenya ummataa fi magaala Finfinnee mirkaneessaniif bekkamtii kenne.
Qaamoolee nageenya ummataa fi…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 866 vaayrasii koroonaan qabaman
Finfinnee, Onkololeessa 2, 2013 (FBC) – Gabaasa qorannaa sa’aa 24 kaleessa darbeetin Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 866 vaayrasii koroonaatin qabamuun ibsame.
Qorannaan laabraatoorii…
Jijjiirraan birrii haaraa erga jalqabamee kaasee, Birriin biiliyoona 46 ol gara baankii daldala…
Finfinnee, Onkolooleessa 1, 2013 (FBC) – Jijjiirraan birrii haaraa erga jalqabamee kaasee, Birriin biiliyoona 46 ol gara baankii daldala Ityoophiyaa fi baankota kan birootti raabsame.…