Browsing Category
Oduu biyya keessaa
MM Dr. Abiy Ahimad Godina Arsii Aanaan Doddotaa erga jallisiin diriiree booda qonnaa fi oomishtummaa…
Finfinnee, Onkolooleessa 1, 2013 (FBC) – Muummen Ministira Dooktar Abiy Ahimad Godina Arsii Aanaan Doddotaa erga jallisiin diriiree booda qonnaa fi oomishtummaa olaanaa agarsiisaa jira…
Naannoo Affaar aanaa Cifiraa namoonni lama meeshaa waraanaa dhoksan poolisiin too’ataman
Finfinnee, Onkolooleessa 1, 2013 (FBC) - Naannoo Affaar aanaa Cifiraa namoonni lama meeshaa waraanaa dhoksan poolisiin too’ataman.
Ajajan poolisii aanaa Cifiraa Inispektara Olaanaa…
Guyyaan Saayikilootaa fi imaltoota miilaa 2ffaa biyyaalessaa Magaalaa Finfinneetti qophii gara…
Finfinnee, Onkolooleessa 1, 2013 (FBC) - Guyyaan Saayikilootaa fi imaltoota miilaa 2ffaa biyyaalessaa Magaalaa Finfinneetti qophii gara garaan kabajame.
Karaa nageenyisaa eegameen “guyyaa…
Irreechi Malkaa Sabbataa karaa duudhaa fi safuu Ummata Oromoo eeggateen kabajame
Finfinnee, Onkolooleessa 1, 2013 (FBC) - Irreechi Malkaa Sabbataatti bakka abbootii Gadaa ,haadhoolii siiqee , qeerroo fi qarree akkasumas sabaa fi sablammoonni argamanitti…
Manni maree naannoo Sidaamaa bara 2013f baajata Birrii biiliyoona 10.7 ragga’e
Finfinnee, Onkolooleessa 1, 2013 (FBC) - Manni maree naannoo Sidaamaa bara 2013f baajata Birrii biiliyoona 10.7 ragga’e.
Manni maree naannoo Sidaamaa bara 2013f baajata Birrii…
Awurooppilaanoota 5 Roobii dhufu galchuuf carraaqqi taasifamaa jiraachuun ibsame
Finfinnee, Onkolooleessa 1, 2013 (FBC) - Weerara hoomaa Awwaanisaa ittisuuf keemikaalaa kan biifaan Awurooppilaanoota 5 Roobii dhufu galchuuf carraaqqi taasifamaa jiraachuun ibsame.…
Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad damee qonnaa teeknooloojiin ammayyeessuuf akka hojjetamu…
Finfinnee, Onkolooleessa 1, 2013 (FBC) - Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad damee qonnaaf kan barbaachisu dhiyeessi teeknooloojii, carraa hojii uumuu, walitti hidhaminsa gabaa fi…
Raawwiin ijaarsa Hidha Haaromsaa % 76.35 irra ga’e
Finifnnee, Fulbaana 30, 2013 (FBC) – Raawwiin ijaarsa Hidha Haaromsaa Guddicha Ityoophiyaa % 76.35 irra ga’uu Ministeerri Bishaan, Jallisii fi Inarjii beeksisee.
Ministeeriichi…
Inistiityuutiin Odeeffannoo Ji’ospaashaalii xiyyaaraan odeeffannoo waliigalaa sassaabuufi
Finifnnee, Fulbaana 30, 2013 (FBC) –Inistiityuutiin Odeeffannoo Ji’ospaashaalii Humna Qilleensaa Ityoophiyaa waliin ta’uun odeeffannoowwan waliigalaa biyyattii sassaabuuf waliigalteera…
Kutaa bulchiinsa Booleetti shakkoomtoonni maallaqa sobaa miiliyoona 2 ol maxxansaa turan too’ataman
Finifnnee, Fulbaana 30, 2013 (FBC) – Magaalaa Finfinnee kutaa bulchiinsa Booleetti namoonni nootti maallaqa Sobaa miiliyoona 2 ol maxxansaa turan eeruun ummataan too’atamuu ibsame.…