Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Boolee aanaa 1 keessaatti balaa ibiddaa qaqqabeen lubbuun namoota 4 darbe
Finfinnee, Fulbaana 30, 2013 (FBC)-Bulchiinsa magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Boolee aanaa 1 bakka Boolee Mikaa’eel jedhamee beekamutti kaleessa galgala balaa ibiddaa qaqqabeen lubbuun…
Giddugalli gabaa oomisha Jimaa Baddeessaatti ijaaramuuf
Finfinnee, Fulbaana 30, 2013 (FBC)- Giddugalli gabaa oomisha Jimaa godina Harargee lixaa magaalaa Baddeessaatti ijaaramuufi.
Ijaarsa giddugalichaa preezdaantin naannoo Oromiyaa obbo…
Irreechi Malkaa Ateetee har’a kabajame
Finfinnee, Fulbaana 30, 2013 (FBC)- Irreechi Malkaa Ateetee har'a magaalaa Buraayyuutti kabajameera.
Kabaja ayyaanichaarratti Abbootiin Gadaa,haadholiin siinqee,qeerroo fi qarreewwan…
Paarkiin Inxooxxoo eebbifame
Finfinnee, Fulbaana 30, 2013 (FBC)- Paarkiin Inxooxxoo ifatti har’a eebbifameera.
Paarkicha Muummeen Ministira FDRI Dooktar Abiy Ahimad eebbicha bananiiru.
Dooktar Abiy sirna…
Dooktar Abiy Beeniyaamin Netaaniyaahu waliin mari’atan
Finfinnee, Fulbaana 29, 2013 (FBC)- Muummeen Ministiira FDRI Dooktar Abiy Ahimad muummee ministira Israa’eel Beeniyaamin Netaaniyaahu waliin dhimma naannichaarratti bilbilaan…
Boordiin Filannoo Biyyaalessaa iyyannoo hoggantoonni Adda Bilisumma Oromoo dhiyaassaniif murtoo…
Finfinnee,Fulbaana 29, 2013 (FBC) -Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Ityoophiyaa iyyannoo jijjiirraa fi dhorkama hoggantootaa ilaalchisee paartii Adda Bilisummaa Oromoo irraa dhiyaateef…
Dhaabbanni Tola Oltummaa Giloobaal Laayfi meeshaalee yaalaa fi covid-19 ittisuuf gargaruu Birrii…
Finfinnee, Fulbaana 29, 2013 (FBC) - Dhaabbanni Tola Oltummaa Giloobaal Laayfi jedhamu Kooriyaa Kibbaatti argamu meeshaalee yaalaa fi covid-19 ittisuuf gargaruu Birrii miiliyoona 33…
MM Dr Abiy Sagantaan Nyaataa idil Addunyaa badhaafamaa Noobeelii Nageenyaa 2020 mo’achuusaanif ergaa…
Finfinnee, Fulbaana 29, 2013 (FBC)- Muummeen Ministiira FDRI Dooktar Abiy Ahimad Sagantaan Nyaataa idil Addunyaa badhaafamaa Noobeelii Nageenyaa 2020 mo’achuusaanif ergaa baga gammaddanii…
Qaamolee daandii keessa keessaa dallaan cufuun tajaajila garaagaraaf oolchan irratti tarkaanfiin…
Finfinnee,Fulbaana 29, 2013 (FBC) - Qaamolee daandii keessa keessaa dallaan cufuun tajaajila garaagaraaf oolchan irratti tarkaanfiin seeraa kan fudhatamu ta’uu Abbaan Taayitaa…
Obbo Taaggasaan Boordichi filannoo biyyaalessaa 6ffaa 2013tti gaggeessuuf qophii meeshaale taasisuu…
Finfinnee, Fulbaana 29, 2013 (FBC) - Ay- Yaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Ityoophiyaa filannoo biyyaalessaa 6ffaa 2013tti gaggeessuuf qophii…