Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Marsariitii hawaasummaa sirnaan yoo hin fayyadamne Birrii kuma 50 fi hidha waggaa 5 adabsiisa
Finfinnee, Fulbaana 29, 2013 (FBC)- Marsariitii hawaasummaa sirnaan yoo hin fayyadamne Birrii kuma 50 fi hidha waggaa 5 akka dabsiisu ibsame.
Daayreektooreetiin Barnoota Hubanna Seeraa…
Ogeessoota ogummaa barsiisummaan tajaajilaa turaniif itti gaafatamummaa biyyaa akka ba’ataniif…
Finfinnee, Fulbaana 29, 2013 (FBC) - Ogeessoota ogummaa barsiisummaan tajaajilaa turaniif itti gaafatamummaa biyyaa akka ba’ataniif waamichi dhiyaate.
Ministeerri Barnootaa ogeessoota…
Oromiyaatti namoota dabalataa 84 irratti vaayrasii koroonaa argame
Finfinnee, Fulbaana 29, 2013 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeetiin namoonni 84 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame.
Naannichaatti sa’aa 24 darbeetiin…
Guyyaan Alaabaa Biyyaalessaa 13ffaan Wiixata kabajama
Finfinnee, Fulbaana 29, 2013 (FBC) - Guyyaan Alaabaa Biyyaalessaa 13ffaan Wiixata kabajama.
Guyyaan Alaabaa Biyyaalessaa 13ffaan mata duree “ Alaaban keenya nageenyaa, tokkummaa fi…
Ityoophiyaatti yunvarsiitiwwan 8 gidduugala qorannoo jedhamun adda baafaman
Finfinnee, Fulbaana 29, 2013 (FBC)- Ityoophiyaatti yunvarsiitiwwan 8 giddugala qorannoo ta’uun adda baafamuu Ministeerri Saayinsii fi Dhaabbilee Barnoota olaanoo beeksise.
Gorsaa olaanaa…
Sagantaan Nyaataa idil Addunyaa badhaafamaa Nobeelii Nageenyaa 2020 ta’e
Finfinnee, Fulbaana 29, 2013 (FBC) - Qaama Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii kan ta’e Sagantaan Nyaataa idil Addunyaa badhaafamaa Nobeelii Nageenyaa 2020 ta’e.
Dhaabbatichi kutaalee…
Jilli gamtaa Awurooppaa Jooseep Booraliin durfamu naannoo Soomaalee gale
Finfinnee,Fulbaana 29, 2013 (FBC) - Jilli Dhimma Alaa fi Imaammata nageenyaa gamtaa Awurooppaa itti aanaa Preezdaantii gamtichaa Jooseep Booraliin durfamu naannoo Soomaalee gale.…
Waldhaanamtoota Daranyoo Sombaa (TB) qorichaan wal bareef nyaatni madaalamaan rabsamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 29, 2013 (FBC) - Waldhaanamtoota Daranyoo Sombaa (TB) qorichaan wal bareef nyaatni madaalamaan rabsamaa jira.
Waldhaanamtoota Daranyoo Sombaa(TB) qorichaan wal bareef…
Jireenya horsiisee bulaa jijjiiruuf hojiin qorannoorrratti hundaa’e hojjetamaa jira
Finfinnee,Fulbaana 29, 2013 (FBC) - Jireenya horsiisee bulaa jijjiiruuf hojiin qorannoorrratti hundaa’e hojjetamaa jiraachuu Komishiniin Qindeessaa Misooma Naannoo Horsiisee Bulaa Oromiyaa…
Qorannaa samuudaa qonna baranaatif ragaan direerraa walitti qabama jira
Finfinnee, Fulbaana 29, 2013 (FBC)- Qorannaa samuudaa qonna 2013f hojiin ragaa dirreerraa walitti qabuu guutuu biyyattitti eegalu Eejansiin Istaatiksii Giddugaleessa Ityoophiyaa beeksiseera.…