Browsing Category
Oduu biyya keessaa
MM FDRI Dooktar Abiy Ahimad hoggantootaa naannoo Amaaraa waliin mari’ata
Finfinnee, Fulbaana 27, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad hoggantootaa naannoo Amaaraa waliin dhimmoota garaagararratti mari’ataniiru.
Kilaastera…
Hidha Haaromsaa waliin walqabatee ogeessota miidiyaa afaan Arabaan barreessan waliin mariin…
Finfinnee, Fulbaana 27, 2013 (FBC)- Hidha Haaromsaa waliin walqabatee ogeessota miidiyaa afaan Arabaan barreessan waliin mariin gaggeeffame.
Dubbi Himaan Ministeera dhimma Alaa FDRI fi…
Arsii Lixaa aanaa Dodolaatti ijaarsi mana barnootaa bultii addaa jalqabsiifame
Finfinnee, Fulbaana 27, 2013 (FBC) – Arsii Lixaa aanaa Dodolaatti ijaarsi mana barnootaa bultii addaa jalqabsiifame.
Ijaarsa mana barnootichaa kan jalqabsiise preezdaantii…
Naannolee hundatti barattoonni Yunvarsiitii barnoota akka eegalaniif qophiin xumurame
Finfinnee, Fulbaana 27, 2013 (FBC) – Yunvarsiitiwwan hundi yeroo dhiyootti baratootta simachuu kan eegalan ta’uu Ministeerri Saayinsii fi Dhaabbilee Barnoota Olaanoo beeksiseera.…
Oromiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeetiin namoonni 178 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame
Finfinnee, Fulbaana 27, 2013 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeetiin namoonni 178 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame.
Naannichaatti sa’aa 24 darbeetiin qorannoo…
Obbo Shimallis Abdiisaan Dodolaatti garbuu kilaastaraan misoome daawwatan
Finfinnee, Fulbaana 27, 2013 (FBC) – Preezdaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan garbuu kilaastaraan misoome daawwatan.
Jilli preezdaantii mootummaa naannoo Oromiyaa…
Weerarri awwaannisaa oomisharratti miidhaa hamaa akka hin qaqqabsiisne ummannis tumsuu qaba jedhame
Finfinnee, Fulbaana 27, 2013 (FBC) – Weerarri awwaannisaa yaaddessaa ta'aa dhufuu isaatin oomisharratti miidhaa hamaa akka hin qaqqabsiisne ummanni qaama duula ittisaa akka ta'u waamichi…
MM Dr Abiy Ahimad Gorgoraa daawwatan
Finfinnee, Fulbaana 27, 2013 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Gorgoraa daawwatan.
Magaalaan Gorgoraa buufata doonii qarqara Haroo Xaanaatti argamtudha.…
Kutaa magaalaa Qirqoositti mana daldalaa tokko keessatti Birriin miiliyoona 2.6 ol too’atame
Finfinnee, Fulbaana 27, 2013 (FBC) –Kutaa magaalaa Qirqoositti mana daldalaa tokko keessatti Birriin miiliyoona 2.6 ol too’atame.
Finfinnee Kutaa Magaalaa Qirqoositti mana daldalaa tokko…
Giifti Dureen aadde Zinnaash Taayyachaaw magaalaa Baahir Daaritti qaama miidhamtootaaf deeggarsa…
Finfinnee, Fulbaana 27, 2013 (FBC) –Giifti Dureen aadde Zinnaash Taayyachaaw magaalaa Baahir Daaritti qaama miidhamtootaaf deeggarsa Wilcharii taasisan.
Giifti Dureen aadde…