Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Gamoon giddugala qorannoo xaafii biyyaalessaa eebbifame
Finfinnee, Fulbaana 27, 2013 (FBC) – Gamoon giddugala qorannoo Xaafii biyyoolessaa birrii miiliyoon 28 ijaarrame magaalaa Bishooftuutti eebbifame.
Gamoon Ejansii…
MM Dr Abiy Ahimad Paarkii Indaastirii Baahir Daar ebbisan
Finfinnee, Fulbaana 27, 2013 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Paarkii Indaastirii Baahir Daar ebbisan.
Muummee ministiraa ebbicharratti ergaa dabarsaniin…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 566 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame
Finfinnee, Fulbaana 27, 2013 (FBC) – Gabaasa qorannoo sa’aa 24tiin namoonni dabalataa 566 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsameera.
Gabaasichaan qorannaan laabraatoorii 5,278 kan hojjetame…
Mootummaan federaalaa mootummaa naannoo Tigraay waliin qunnamtii kamuu kan hin taasisne ta’uu…
Finfinnee, Fulbaana 27, 2013 (FBC)- Mootummaan federaalaa mootummaa naannoo Tigraay waliin qunnamtii kamuu kan hin taasisne ta'uu Manni Maree Federeeshinii beeksise.
Manni…
Ministeerri Nageenyaa hoggantota Baankii Addunyaa Finfinneetti argaman waliin mari’ate
Finfinnee, Fulbaana 26, 2013 (FBC)-Ministeerri Nageenyaa hoggantota Baankii Addunyaa magaalaa Finfinneetti argaman waliin mari’ateera.
Marichaan qophiiwwan waliin qaban cimsuu fi tumsaa…
Aadde Adaanach maatii artiist Hacaaluuf manneen waliinii 40/60 ijarramaa jiran keessa kaartaa…
Finfinnee, Fulbaana 26, 2013 (FBC)-Itti aantuun kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee maatii artiist Hacaaluu Hundeessaaf manneen waliinii 40/60 ijarramaa jiran keessaa kaartaa…
Finfinneetti dhaabbiileen garaagaraa barattootaf deeggarsa haguugduu afaanii fi funyaanii miiliyoona…
Finfinnee, Fulbaana 26, 2013 (FBC)- Bulchiinsa magaalaa Finfinneetti dhaabbiileen garaagaraa barattootaf haguugduu afaanii fi funyaanii miiliyoona 5 fi kuusaa bishaanii (roottoowwan) kuma 3…
Proojaktii maaddii biyyaa ilaalchisee invastaroota biyyaa alaaf ibsi laatamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 26, 2013 (FBC)- Proojaktii maaddii biyyaa ilaalchisee invastaroota biyyaa alaaf ibsi laatamaa jira,
Invastaroota biyyaa alaaf proojaktii maaddii biyyaa ilaalchisuun…
Bulchiinsi magaalichaa baatii sadan darbaniitti Hidha Haaromsaaf Birrii miiliyoona dhibba 5 walitti…
Finfinnee, Fulbaana 26, 2013 (FBC ) - Bulchiinsi magaalaa Finfinnee baatiwwan sadan darbantti Birrii miiliyoona dhibba 5 ol Hidha Haaromsaaf walitti qabuu beeksise.
Ijaarsa…
Haleella saaybarii dhaabbilee miidiyaarra ittisuuf waliigalteen mallateeffame
Finfinnee, Fulbaana 26, 2013 (FBC)- Eejansiin Nageenya Infoormeeshinii fi Abban Taayitaa Broodkaastiingii Ityoophiyaa haleella saaybarii dhaabbilee miidiyaarra ittisuuf dhimmoota…