Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Manneen barnootaatti carraaqqii vaayrasii koroonaa ittisuuf taasifamu barsiisonni itti gaafatamummaa…
Finfinnee, Fulbaana 24, 2013 (FBC) - Manneen barnootaatti carraaqqii vaayrasii koroonaa ittisuuf taasifamu barsiisonni itti gaafatamummaa biyyaa akka ba’ataniif waamichi dhiyaate.…
MM Dr. Abiy sirni kabaja Irreecha Hora Finfinnee fi Arsadii bara 2013 bifa naga qabeessa ta’een akka…
Finfinnee, Fulbaana 24, 2013 (FBC) - Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad sirni kabaja Irreecha Hora Finfinnee fi Arsadii bara 2013 bifa naga qabeessa ta’een akka raawwatamu gahee kan…
Jilli preezdaant Saahilawarqin durfamu Juubaa gale
Finfinnee, Fulbaana 23, 2013 (FBC)- Jilli Preezdaanti FDRI Saahilawarq Zawdeen durfamuu har’a Juubaa galeera.
Jilichi wayita Juubaa ga’uu Preezdaantii Sudaan Kibbaa Saalvaa Kiir simanna…
Obbo Shimallis qaamoolee ayyaanni Irreechaa hora Finfinnee nagaan akka kabajamuu taasisan…
Finfinnee, Fulbaana 23, 2013 (FBC)-Preezdaantiin mootumma naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdisaa qaamoolee ayyaanni irreechaa Hora Finfinnee karaa nagaatiin xummuramuu taasisan…
Aadde Adaanach qaamoolee ayyaanni Irreechaa hora Finfinnee nagaan akka kabajamuu taasisan…
Finfinnee, Fulbaana 23, 2013 (FBC)- Itti aantuu kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee irreechi Hora Finfinnee haala duudhaa fi sirna isaa eegeen karaa nagatiin kabajamee…
Ayyaanni irreechaa Hora Finfinnee nagaan kabajamuu ibsame
Finfinnee, Fulbaana 23, 2013 (FBC)- Ayyaanni irreechaa Hora Finfinnee nagaan kabajamuu komishiniin poolisii magaalaa Finfinnee beeksise.
Ayyaanni irreechaa Hora Finfinnee bakka abbootii…
Dooktar Abiy ergaa baga ayyaana Irreechaa geessanii dabarsan
Finfinee, Fulbaana 23, 2013 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad ergaa baga ayyaana Irreechaa geessanii dabarsan.
Ergaa guutuun akka itti anuutti dhiyaatera
Irreechi…
Ayyaanni Irreechaa Doloolloo Buddeenatti irreeffatameera
Finfinee, Fulbaana 23, 2013 (FBC)- Ayyaanni Irreechaa bara 2013 Doloolloo Buddeenaatti irreeffatameera.
Irreechi Hora Finfinnee waggoottan 150 erga addaan cite booda bara darbee kan…
Naannoo Oromiyaatti sa’atii 24 barbe keessatti namoonni 135 kan qabamanii yoo…
Finfinnee, Fulbaana 22, 2013 (FBC) - Qorannoon laboraatoorii vaayirasii koronaa namoota 451f taasifameen namoonni 135 kan qabamanii fi lubbuun namoota 3 darbuun mirkanaa'e
…
Injiinar Taakkalaa Uumaa Ummata Oromoo maraan Ayyaana Irreechaan baga ittiin isin gahe, nu gahe…
Finfinnee, Fulbaana 22, 2013 (FBC) - Ministirri Albudaa fi Boba’aa Injiinar Taakkalaa Uumaa Ummata Oromoo maraan Ayyaana Irreechaan baga ittiin isin gahe, nu gahe jedhan.
Irreechi hundee…