Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Buufanni Taajuuraa haaraan tajaajila fe’umsa sibiilaa fi dhagaa cilee keessummeessa jira
Finfinnee, Fulbaana 22, 2013 (FBC) - Buufanni Taajuuraa haaraan tajaajila fe’umsa sibiilaa fi dhagaa cilee keessummeessa jira.
Dhaabbanni Geejjiba Galaanaa fi Tajaajila Loojistikii…
Preezdaantoonni Mootummoota Naannoolee Abbootii Gadaa Oromoorraa Eeboofi Gaachaana badhaafaman
Finfinnee, Fulbaana 22, 2013 (FBC) - Preezdaantoonni Mootummoota Naannoolee Somaalee, Beenishaangul Gumuuz, Saboota Sablamootafi Ummattoota Kibbaa , Hararii,bakka bu'aa Naannoo Sidaamaa…
Duulli talaallii pooliyoo Fulbaana 27-30, 2013 akka gaggeeffamu Inistitiitiyuutiin Fayyaa Hawaasaa…
Finfinnee, Fulbaana 22, 2013 (FBC) - Duulli talaallii pooliyoo Fulbaana 27-30, 2013 akka gaggeeffamu Inistitiitiyuutiin Fayyaa Hawaasaa Ityoophiyaa beeksise.
Inistitiitiyuutiin…
Koreen Qindeessaa Nageenya Biyyaalessaa ayyaana Irreechaa ilaalchisuun ibsa laateera
Finfinnee, Fulbaana 22, 2013 (FBC) - Koreen Qindeessaa Nageenya Biyyaalessaa ayyaana Irreechaa ilaalchisuun ibsa laateera.
Ibsichaan ayyaanichi nagayaan akka hin kabajamneef humnoonni…
Namoota 4 ajjeechaa Artiist Haacaaluu Hundeessaan shakkamanirratti himatni baname
Finfinnee, Fulbaana 22, 2013 (FBC) –Namoota 4 ajjeechaa Artiist Haacaaluu Hundeessaan shakkamanirratti himatni baname.
Himaticha Mana Murtii Olaanaa Federaalaa Lidataa ramaddii 1ffaa…
Baankiin Addunyaa Ityoophiyaaf deeggarsa doolaara miiliyoona 400 raggaasiise
Finfinnee, Fulbaana 22, 2013 (FBC)-Baankiin Addunyaa Ityoophiyaaf deeggarsa doolaara Ameerikaa miiliyoona 400 raggaasisuu Ministeerrii maallaqaa ifoomsera.
Deeggarsi maallaqicha…
Filannoo biyyoolessaatif bittaan meeshaalee %90 xumuramuu boordichi beeksise
Finfinnee, Fulbaana 22, 2013 (FBC) –Filannoo biyyoolessaatif bittaan meeshaalee barbaachisoo %90 xumuramuu Boordiin Filannoo Biyyoolessaa beeksise.
Boordichi filannoo biyyoolessaa 6ffaa…
MM Dr. Abiy Ahimad Proojaktii Inxooxxootiin dubartoonni dhibbatti lakkaa’aman gara hojiitti…
Finfinnee, Fulbaana 22, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad dubartoonni Inxooxxoo warri ciccimoon hojiisaanii haaraarraa gara manaatti wayita diibi'aa jiranidha jedhan.…
Komishiniin Karooraa fi Misoomaa karoora waggaa 10 irratti hoggantoota paartilee morkattootaa waliin…
Finfinnee, Fulbaana 22, 2013 (FBC) – Komishiniin Karooraa fi Misoomaa karoora waggaa 10 irratti hoggantoota paartilee morkattootaa waliin mari’achaa jira.
Marichaan…
Yuunivarsiitin Haramaayaa Dooktar Adam Hiikoof proofeeserummaa guutu laate
Finfinnee, Fulbaana 22, 2013 (FBC)-Yuunivarsitiin Haramaayaa Dooktar Adam Hiikoof proofeeserummaa guutu laateera.
Yuunivarsiitichatti daayreektarri qunnamtii ummataa fi idil addunyaa obbo…