Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Haalli kabaja guyyaa sabaa fi sablammootaa ni jijjiirrama – MMF
Finfinnee, Fulbaana 25, 2013 (FBC) – Sirni kabaja guyyaa sabaa fi sablammoota bara kanaa sababa weerara vaayrasii koroonaan haala baramerraa kan jijjiirramu ta’uu Manni Maree Federeeshinii…
Beenishaanguul Guumz, Dibaaxiitti namoonni rakkoo nageenyatiin buqqa’an 213 qayee isaaniitti…
Finfinnee, Fulbaana 25, 2013 (FBC) – Naannoo Beenishaanguul Guumz aanaa Dibaaxiitti namoonni rakkoo nageenyaa mudatee tureen qayee fi qabeenya isaanitirraa buqqa’anii turan gara qayee…
Ityoophiyaatti dabalataan namoonni 959 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsameera
Finfinnee, Fulbaana 25, 2013 (FBC) – Gabaasa qorannoo sa’aa 24tiin namoonni dabalataa 959 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsameera.
Gabaasichaan qorannaan laabraatoorii 8,101 kan hojjetame yoo…
Manneen maree lamaan yaa’ii baniinsaa gaggeessan
Finfinnee, Fulbaana 25, 2013 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa fi Manni Maree Federeeshinii yaa’ii baniinsaa bara hojii 6ffaa marsaa 5ffaa isaanii gaggeessan.
…
MM Dr. Abiy gareen atileetiksii Ityoophiyaa Maaraatoonii Landan irratti qabxii dinqisiisaa…
Finfinnee, Fulbaana 24, 2013 (FBC) - Muummeen ministiraa Dooktar Abiy Ahimad gareen atileetiksii Ityoophiyaa Maaraatoonii Landan irratti qabxii dinqisiisaa ta'e galmeessisanitti gammaduu…
Preezdaantiin Somaaliyaa Mahaammad Faarmaajoo Asmaraa galan
Finfinnee, Fulbaana 24, 2013 (FBC)- Preezdaantiin Somaaliyaa Mahaammad Faarmaajoo Asmaraa galan.
Preezdaantiin Somaaliyaa Mahaammad Faarmaajoo dawwannaa hojii taasisuuf Eertiraa magaalaa…
Naannoo Oromiyaatti sa’aatii 24 darbe keessatti namoonni 239 vaayrasii koroonaan qabaman
Finfinnee, Fulbaana 24, 2013 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti sa’aatii 24 darbe keessatti namoonni 239 vaayrasii koroonaan qabaman.
Naannoo Oromiyaatti sa’aatii 24 darbe keessatti…
Yuunivarsiitiin Maqalee hayyoota 8f profeesara guutuu kenne
Finfinnee, Fulbaana 24, 2013 (FBC)- Yuunivarsiitiin Maqalee hayyoota 8f profeesara guutuu kenne.
Yuunivarsiitiin Maqalee hayyoota 8f profeesara guutuu kennuu beeksise.
Boordiin…
Ayyaanni Irreechaa bifa weerara vaayrasii koroonaa ittisuun danda’amuun kabajameera – obbo Shimallis…
Finfinnee, Fulbaana 24, 2013 (FBC)- Ayyaanni Irreechaa bifa weerara vaayrasii koroonaa ittisuun danda’amuun kabajameera – obbo Shimallis Abdiisaa
Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa…
Dooktar Injiinar Silaashi Baqqalaa Kaaveraa Songiwee waliin ta’un ijaarsa hidhaa madda humna…
Finfinnee, Fulbaana 24, 2013 (FBC)- Dooktar Injiinar Silaashi Baqqalaa Dhaabbata Biyyoota Gamtoomanitti Barreessaa Olaanaa koomishiini diinagdee Afrikaa Kaaveraa Songiwee waliin ta’un…