Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Gareen deeggarsaa covid-19 Ameerikaa Siyaatilitti argamu Doolaara Ameerikaa kuma 200 fi meeshaalee…
Finfinnee, Fulbaana 22, 2013 (FBC) –Gareen deeggarsaa covid-19 Ameerikaa Siyaatilitti argamu Doolaara Ameerikaa kuma 200 fi meeshaalee ittisa vaayrasii koroonaa biroo arjooman.…
Booleetti doolaarri sobaa miiliyoonni 2 ol to’annaa jala oole
Finfinnee, Fulbaana 22, 2013 (FBC)- Kutaa magaalaa Boolee aanaa 7 Gurdi shoolaatti namni dhuunfa lammumma biyya alaa qabuu doolaara Ameerikaa sobaa miiliyoona 2 kuma dhibba 4 fi kuma 70…
Gareen miidhaa shororkaa raawwachuuf ture to’atamuu Tajaajilli Nageenya Odeeffannoo Biyyoolessaa…
Finfinnee, Fulbaana 22, 2013 (FBC) – Gareen haleellaa shororkaa raawwachuu fi walitti bu’iinsa kakaasuuf socho’aa ture dabaalota isaanii waliin to’atamuu Tajaajilli Nageenya Odeeffannoo…
Fooramiin Irreechaa marsaa 2ffaa har’a Magaalaa Finfinnee Hooteela Sharaatanitti taa’ama…
Finfinnee, Fulbaana 22, 2013 (FBC) – Fooramiin Irreechaa marsaa 2ffaa har'a Magaalaa Finfinnee Hooteela Sharaatanitti taa'ama jira.
Kaayyoon Fooramii kanaas Jaarmiyaalee Sirna…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 730 vaayrasii koroonaatin qabaman
Finfinnee, Fulbaana 21, 2013 (FBC) – Gabaasa qorannoo sa'aa 24tiin namoonni dabalataa 730 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsameera.
Gabaasichaan qorannaan laabraatoorii 6,475 kan hojjetame…
Magaalaa Finfinneetti sababa kabajaa ayyaana irreechaaf daandiwwan cufaman poolisiin ifoomse
Finfinnee, Fulbaana 21, 2013 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti sababa kabajaa ayyaana irreechaaf daandiwwan cufaman poolisiin magaalicha ifoomseera.
Ayyanichii nagaan akka kabajamuuf…
Baatiwwan 6 keessaatti ergaa gababa barreeffaman 8100A ijaarsa hidha haaromsaa guddichaaf Birriin…
Finfinnee, Fulbaana 21, 2013 (FBC) – Baatiwwan 6 keessaatti ergaa gabaaba barreeffaman 8100A ijaarsa hidha haaromsaa guddichaaf Birriin Miiliyoonni 52 walitti qabameera.
Sirni ba’iinsa…
Ministeerri Barnootaa guyyaa barsiisoota sadarkaa biyyaalessatti kabajuuf qophii xumuruu beeksise
Finfinnee, Fulbaana 21, 2013 (FBC) –Ministeerri Barnootaa guyyaa barsiisoota sadarkaa biyyaalessatti kabajuuf qophii xumuruu beeksise.
Ministirri Deettaan Ministeera Barnootaa…
Finfinneetti abbootii carraa manneen waliin jireenyaa marsaa 13ffaa fi qonnaan bultoota misoomaaf…
Finfinnee, Fulbaana 21, 2013 (FBC) – Finfinneetti abbootii carraa manneen waliin jireenyaa marsaa 13ffaa fi qonnaan bultoota misoomaaf kaafamanii walharka fuudhinsi furtuu, kaartaa fi…
Naannoo Oromiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeetiin namoonni 89 vaayrasii koroonaan qabamuu…
Finfinnee, Fulbaana 21, 2013 (FBC) –Naannoo Oromiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeetiin namoonni 89 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame.
Naannichaatti sa’aa 24 darbeetiin…