Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hoggantoonni kutaa magaalaa fi aanaa qabeenya isaanii hin galmeesine adabbiin akka galmeessan…
Finfinnee, Fulbaana 19, 2013 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti hoggantoonni kutaa magaalaa fi aanaa qabeenya isaanii hin galmeesine adabbiin maallaqaan akka galmeessan Komishiniin Namuusaa fi…
Biyyoonni Afrikaa qabeenya isaanii anniisaa qindeessuun tumsa cimsuu qabu-Dooktar Injiinar Silashii…
Finfinnee, Fulbaana 19, 2013 (FBC) – Biyyoonni Afrikaa qabeenya isaanii anniisaa walitti qabuun tumsa cimsuu qabu jedhan ministirri Ministeera Bishaan, Jallisii fi Inarjii Dooktar Injiinar…
Agarsiisni poolisii booru Addabaaba’ii Masqalaatti gaggeeffama
Finfinnee, Fulbaana 19, 2013 (FBC) –Agarsiisni poolisii booru Addabaaba’ii Masqalaatti gaggeeffama.
Agarsiisa kanarratti hoggansi mootummaa sadarkaa addaddaarra jiru ni argamaan eegama…
Carraan lootarii “Lammiitu Lammiif” ba’e
Finfinnee, Fulbaana 19, 2013 (FBC) –Carraan lootarii “Lammiitu Lammiif” ba’e.
Carrichi bakka koreen olaanaa deeggarsaa, hoggansi mootummaa naannoo Oromiyaa fi keessummoonni biroon…
Poolisiin ummata tajaajiluu danda’u ijaarramaa jira -Poolisii Federaalaa
Finfinnee, Fulbaana 19, 2013 (FBC) –Poolisiin sirnaan lammiilee tajaajiluu danda’u ijaarramaa jira jedhe Koomiishiniin Poolisii Federaalaa.
Tajaajilli poolisii bakka hundatti…
Manni Maree Waliigalaa Dhimmoota Islaamummaa Oromiyaa yaa’iisaa gaggeessaa jira
Finfinnee, Fulbaana 19, 2013 (FBC) –Manni Maree Waliigalaa Dhimmoota Islaamummaa Oromiyaa yaa’iisaa gaggeessaa jira.
Manni marichaa yaa’iisaa 2ffaadha har’a gaggeessaa kan jiru.…
Manni marichaa Afaaritti lammiilee lolaatin miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 3 laate
Finfinnee, Fulbaana 19, 2013 (FBC) –Manni marichaa Afaaritti lammiilee lolaatin miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 3 laate.
Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa FDRI naannoo…
Ameerikaan Raayyaa Ittisa Biyyaa FDRIf deeggarsa Doolaara miiliyoona 2.9 laatte
Finfinnee, Fulbaana 19, 2013 (FBC) – Ameerikaan Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaa FDRIf deeggarsa addaddaa Doolaara miiliyoona 2.9 laatte.
Deeggarsicha Ministeerri Raayyaa Ittisa…
Koreen qophaa’ummaa manneen barnootaa qulqulleessu hojii eegaleera
Finfinnee, Fulbaana 19, 2013 (FBC) –Koreen qophaa’ummaa manneen barnootaa qulqulleessu hojii eegaleera.
Ministirri Ministeera Barnootaa FDRI Dooktar Injiinar Geetaahuun Makuriyaan…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 612 vaayrasii koroonaatin qabaman
Finfinnee, Fulbaana 19, 2013 (FBC) – Gabaasa qorannoo guyyaa kaleessatiin namoonni dabalataa 612 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsameera.
Gabaasichaan qorannaan laabraatoorii 4,747 kan…