Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Biiroon Bulchiinsaa fi Nageenyaa Oromiyaa akkaataa Irreechi bara 2013 kabajamurratti midiyaaf ibsa…
Finfinnee, Fulbaana 18, 2013 (FBC) – Biiroon Bulchiinsaa fi Nageenyaa Oromiyaa akkaataa Irreechi bara 2013 kabajamurratti midiyaaf ibsa kenne.
Irreechi Hora Finfinnee waggaa 2ffaaf…
Bulchiinsi magaalaa Adaamaa injifattuu dorgaa dorgee faanaa Laamroot kan taate Artiist Maqdas Girmaa…
Finfinnee, Fulbaana 18, 2013 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Adaamaa injifattuu dorgaa dorgee faanaa Laamroot kan taate Artiist Maqdas Girmaa Moosisaatiif simannaa godhe.
Artiist Maqdas…
MM Dr. Abiy dhaabbilee awwaannisa gammoojjii ittisuuf carraaqqii olaanaa taasisaa galateeffatan
Finfinnee, Fulbaana 18, 2013 (FBC) – Muummeen ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad dhaabbilee awwaannisa gammoojjii ittisuuf carraaqqii olaanaa taasisaa galateeffatan.
Dooktar Abiy Ahimad…
Itti aanaan Muummee Ministiraa Dammaqaa Mokonniin miseensoota komishinii nageenyaa walin mari’atan
Finfinnee, Fulbaana 18, 2013 (FBC) – Itti aanaan Muummee Ministiraa Dammaqaa Mokonniin miseensoota komishinii nageenyaa walin mari’atan.
Marichaan Itti aanaan Muummee Ministiraa Dammaqaa…
Bulchiinsi magaalaa Finfinnee ‘Kophee tokko barataa tokkoof’ jechuun hojii gaarii eegaleen kopheen…
Finfinnee, Fulbaana 18, 2013 (FBC) –Bulchiinsi magaalaa Finfinnee ‘Kophee tokko barataa tokkoof’ jechuun hojii gaarii eegaleen kopheen Birrii miiliyoona 5 olitti tilmaamamu arjoomameera.…
Waldaan hojii beeksisaa Ityoophiyaa hundeeffame
Finfinnee, Fulbaana 18, 2013 (FBC)- Waldaan hojii beeksisaa Ityoophiyaa hundeeffameera.
Waldiichi hundeeffamasaan hojiiwwan gara fula duraatti hojjeeturratti har’a ibsa laateera.…
Gareen jila abbootii qabeenyaa Sudaan magaalaa Arbaa Mincii gale
Finfinnee, Fulbaana 18, 2013 (FBC) – Gareen jila abbootii qabeenyaa Sudaan magaalaa Arbaa Mincii gale.
Gareen jila abbootii qabeenyaa Sudan hojii misooma invaastimantii ‘maadii…
Seerota idil addunyaa maanguddoota ilaallataan haalan hojirraa olchuu dhabuun rakkoo manguddootarra…
Finfinnee, Fulbaana 18, 2013 (FBC)- Seerota idil addunyaa maanguddoota ilaallataan haalan hojirraa olchuu dhabuun rakkoo manguddootarra ga’uu dabalaa jedhame
Maanguddonni imaala dhaloota…
Biirichi barattoota miiliyoona 1.8f deeggarsa taasisuuf hojjechaa jiraachuu beeksise
Finfinnee, Fulbaana 18, 2013 (FBC)- Biirichi barattoota miiliyoona 1.8f deeggarsa taasisuuf hojjechaa jiraachuu beeksise.
Deggarsi ‘Ani barataa tokkoof' jedhu guyyaa har'aa…
Matakkalitti rakkoo nageenyaa mudateen hoggansa 45 irratti tarkaanfiin fudhatame
Finfinnee, Fulbaana 18, 2013 (FBC)- Naannoo Beenishaanguul Guumz godina Matakkalitti rakkoo nageenyaa mudatee tureen hoggansa 45 irratti tarkaanfiin fudhatame.
Isaan keessaa 10…