Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Tokkummaan ayyaana Daamaraarratti muul’ate, Irreechaarrattis irra deebi’amuu qaba -aadde Adaanach
Finfinnee, Fulbaana 18, 2013 (FBC)- Tokkummaan ayyaana Daamaraa Masqalaarratti muul’ate, kabaja ayyaana Irreechaarrattis irra deebi’amuu qaba jedhan itti aantuun kantiibaa magaalaa…
Ityoophiyaatti ooppireetaroota kominikeeshinii haaraa lamaaf adeemsi eeyyama laachuu hanga baatii…
Finfinnee, Fulbaana 18, 2013 (FBC) – Ityoophiyaatti ooppireetaroota kominikeeshinii haaraa lamaaf adeemsi eeyyama laachuu hanga baatii Bitootessaatti ni xumurama.
Qaama hojiiwwan…
Naannnoon Gaambeellaa naannoo Affaaritti kutaalee hawaasaa balaa lolaatin miidhamaniif deeggarsa…
Finfinnee, Fulbaana 18, 2013 (FBC) – Naannnoon Gaambeellaa naannoo Affaaritti kutaalee hawaasaa lolaatin miidhamaniif deeggarsa taasiseera.
Jilli Preezdaantii mootummaa naannoo…
Jilli abbootii qabeenyaa Sudaan Arsii Lixaa daawwate
Finfinnee, Fulbaana 18, 2013 (FBC)- Jilli abbootii qabeenyaa Sudaan Arsii Lixaa daawwate.
Jilichi tibba darbe gara Ityoophiyaa kan dhufe yoo ta’u, har’a godina Arsii Lixaa…
Tirasti Fandiin Diyaaspooraa Ityoophiyaa haguuggii harkaa miiliyoona 6.6 deeggarsa taasise
Finfinnee, Fulbaana 18, 2013 (FBC) – Tirasti Fandiin Diyaaspooraa Ityoophiyaa haguuggii harkaa miiliyoona 6.6 deeggarsa taasise.
Tirasti Fandiin Diyaaspooraa Ityoophiyaa haguuggii…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 632 vaayrasii koroonaatin qabaman
Finfinnee, Fulbaana 18, 2013 (FBC) – Gabaasa qorannoo guyyaa kaleessatiin namoonni dabalataa 632 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsameera.
Gabaasichaan qorannaan laabraatoorii 6,631 kan…
Hidhi haaromsaa guddichi proojaktii guddaa uummata Sudaanin fayyadamaa taasisuudha jedhame
Finfinnee, Fulbaana 17, 2013 (FBC)- Hidhi haaromsaa guddichi proojaktii guddaa uummata Sudaanin fayyadamaa taasisuudha jechuun hooggana jila miseensota abbootii qabeenyaa Sudaan Taagilaadiin…
Dorgommiin xumura dorgaa dorgee Faanaa Laamiroot gaggeeffame
Finfinnee, Fulbaana 17, 2013 (FBC)- Dorgommiin xumura dorgaa dorgee Faanaa Laamiroot gaggeeffame.
Dorgaa dorgeecharratti hoji gaggeessan Faanaa Broodkaasting Koorporeet obbo Adimaasuu…
Guyyaa tuuriizimii addunyaa kabajuuf preezdaantin naannoo Oromiyaa Jigjigaa galan
Finfinnee, Fulbaana 17, 2013 (FBC)- Guyyaa tuuriizimii addunyaa kabajuuf preezdaantin naannoo Oromiyaa, obbo Shimallis Abdiisaa Jigjigaa galaniiru.
Preezdaanti mootummaa naannoo…
Ayyaanni masqalaa guutuu biyyaatti kabajamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 17, 2013(FBC)- Ayyaanni masqalaa hordoftoota amantaa kiristaanaan guutuu biyyaatti kabajamaa jira.
Kaleessa Ayyaanni Damaraa Masqalaa magaalaa Finfinnee…