Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dr Abiy Ahimad dhaabbilee fi namoota ayyaanni damaaraa nagaan akka xumuramu taasisan galateeffatan
Finfinnee, Fulbaana 17, 2013(FBC)- Muummeen ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad dhaabbilee fi namoota ayyaanni damaaraa nagaan akka xumuramu taasisan galateeffataniiru
Doktaar Abiy…
ABUT humnoota federaalaawaa waliin hojjechaan jira jechuun hawaasa burjaajjessaa jira jedhe
Finfinnee, Fulbaana 16, 2013 (FBC) – ABUT humnoota federaalaawaa waliin hojjechaan jira jechuun hawaasa burjaajjessaa jira – Gamtaa Humnoota Federaalaawaa Ityoophiyaa
ABUT…
Jilli Abbootii qabeenyaa Sudaan guyyaa har’aa Oromiyaa seene
Finfinnee, Fulbaana 16, 2013 (FBC) – Jilli Abbootii qabeenyaa Sudaan of keessatti qabate bakkeewwan hawaata tuurizimii Oromiyaa keessa jiran daawwachuudhaaf guyyaa har'aa Oromiyaa…
Ayyaanni Daamaraa Masqalaa bakka abbootiin amantaa fi amantoonni argamanitti sirna ho’aan…
Finfinnee, Fulbaana 16, 2013 (FBC) – Ayyaanni Daamaraa Masqalaa bakka abbootiin amantaa fi amantoonni argamanitti sirna ho’aan kabajameera.
Ayyaanni Daamaraa Masqalaa bara 2013…
Wixinee labsii sirna seera yakkaa fi ragaa seeraa FDRI 1954 irratti fooyya’insi ta’e
Finfinnee, Fulbaana 16, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Manni Maree Ministeerootaa wixinee labsii sirna seera yakkaa fi ragaa seeraa Riippabilikaa Demokiraatawaa…
Ajjeechaa Ariist Haacaaluu Hundeessaan walqabatee yakkoota raawwataman qorannoon naannoo Oromiyaatti…
Finfinnee, Fulbaana 16, 2013 (FBC) – Ajjeechaa Ariist Haacaaluu Hundeessaan walqabatee yakkoota raawwataman qorannoon naannoo Oromiyaatti gaggeeffamaa ture xumuramuu ibsame…
Dooktar Abiy Yaa’ii waliigalaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniirratti ergaa viidiyoo dabarsan
Finfinnee, Fulbaana 16, 2013 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Yaa’ii waliigalaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniirratti ergaa viidiyoo dabarsan.
Dooktar Abiy yaa’ii…
Proojaktii Haroo Wanciif Birriin biiliyoona 1.3 ol waadaan seename
Finfinnee, Fulbaana 16, 2013 (FBC) – Proojaktii Haroo Wanciif Birriin biiliyoona 1.3 ol waadaan seename.
Qophii sagantaa galii walitti qabuu proojaktii Haroo Wanciif Abbootiin…
Yuunvarsiitiin Addegiraat barattoota ogummaa yaalatiin leenji’an 1732 ebbisiise
Finfinnee, Fulbaana 16, 2013 (FBC) – Yuunvarsiitiin Addegiraat barattoota ogummaa yaalatiin leenji’an 1732 ebbisiise.
Barattoonni kanneen sagantaa ebbaan duraa fi ebbaan boodaan,…
Ayyaanni Daamaraa Masqalaa namoota muraasan kabajama
Finfinnee, Fulbaana 16, 2013 (FBC) – Ayyaanni Daamaraa Masqalaa namoota muraasan kabajama.
Ayyaanichi tamsa’ina vaayrasii koroonaa ittisuu ilaalcha keessa galchuudhan…