Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Giiftii duree Zinnaash Taayyaachaw qaama miidhamtoota magaalaa Finfinneetti argamaniif deeggarsa…
Finfinnee, Fulbaana 16, 2013 (FBC) –Giiftii duree Zinnaash Taayyaachaw qaama miidhamtoota magaalaa Finfinneetti argamaniif deeggarsa Wiilcharii taasisaan.
Giiftii duree Zinnaash…
Obbo Shimallis Abdiisaan baga ayyaana Daamaraa Masqalaatin ittiin isin ga’e jedhan
Finfinnee, Fulbaana 16, 2013 (FBC) – Preezdaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan baga ayyaana Daamaraa Masqalaatin ittiin isin ga’e jedhan.
Ergaan baga…
Daamaraan Masqalaa vaayrasii koroonaarraa of eeggannaan kabajamuu akka qabu Ministeerri Fayyaa…
Finfinnee, Fulbaana 16, 2013 (FBC) – Daamaraan Masqalaa vaayrasii koroonaarraa of eeggannaan kabajamuu akka qabu Ministeerri Fayyaa beeksise.
Ministirri Ministeerichaa Dooktar Liyaa…
Gabaasa qorannoo guyyaa har’aatiin namoonni dabalataa 486 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsameera
Finfinnee, Fulbaana 15, 2013 (FBC) – Gabaasa qorannoo guyyaa har’aatiin namoonni dabalataa 486 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsameera.
Gabaasichaan qorannaan laabraatoorii 7227 kan…
Ijaarsa proojaktoota Wancii, Kooyshaa fi Gorgooraaf kan oolu sagantaa galii walitti qabuu ‘maaddii…
Finfinnee, Fulbaana 15, 2013 (FBC) – Ijaarsa proojaktoota Wancii, Kooyshaa fi Gorgooraaf kan oolu sagantaa galii walitti qabuu ‘maaddii biyyaaf’ qopheesummaa naannoo Oromiyaa gaggeeffama…
Ministeerri Fayyaa Ityoophiyaatti namoonni miiliyoona 75 dhibee gammoojjiif saaxilamoo ta’uu ibse
Finfinnee, Fulbaana 15, 2013 (FBC) –Ministeerri Fayyaa Ityoophiyaatti namoonni miiliyoona 75 dhibee gammoojjiif saaxilamoo ta’uu ibse.
Ministeerri Fayyaa Ministeeraa Barnootaa fi…
Buqqaatoota deebisanii dhaabuuf qindoominaan hojjechuun barbaachisaadha – Dooktar Liyaa Taaddasaa
Finfinnee, Fulbaana 14,2013 (FBC)- Buqqaatoota deebisanii dhaabuuf qindoominaan hojjechuun barbaachisaadha – Dooktar Liyaa Taaddasaa
Lammiilee guutinsa laga bishaan Awaashiin…
Ijaarsi nageenyaa hawaasa giddugaleessa godhate barbaachisadha- Mufaariyaat Kaamil
Finfinnee, Fulbaana 15, 2013 (FBC) –Ijaarsi nageenyaa hawaasa giddugaleessa godhate barbaachisadha- Aadde Mufaariyaat Kaamil
Ijaarsi nageenyaa hawaasa giddugaleessa godhate…
Kaabineen Finfinnee barattoota godina addaatif galteewwan barnootaa Birrii 669,210,780 akka dhiyaatu…
Finfinnee, Fulbaana 15, 2013 (FBC) – Kaabineen bulchiinsa magaalaa Finfinnee barattoota godina addaa Oromiyaa naannawa Finfinneetif galteewwan barnootaa Birrii 669,210,780 akka dhiyaatu…
Korichi ayyaanni Daamaraa Masqalaa fi Irreechaa nagayaan akka kabajamaniif jiraattonni magaalattii…
Finfinnee, Fulbaana 15, 2013 (FBC) – Koreen Mana Maree Nageenyaa Finfinnee ayyaanni Daamaraa Masqalaa fi Irreechaa nagayaan akka kabajamaniif jiraattonni magaalattii tumsa akka taasisan…