Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ityoophiyaatti qorannoon eenyumaa fi ofiin of bulchuu waliin walqabate gaggeessuuf guutuu…
Finfinnee, Fulbaana 15,2013 (FBC)- Ityoophiyaatti qorannoon eenyumaa fi ofiin of bulchuu waliin walqabate gaggeessuuf guutuu biyyatiitti bakkeewwan 68 akka uwwisu eerame.…
Matakkal aanaa Bulanitti lammiilee buqqa’aniif deeggarsi taasifame
Finfinnee, Fulbaana 15, 2013 (FBC) – Naannoo Beenishaangul Guumz, godina Matakkal aanaa Bulanitti lammiilee buqqa’aniif deeggarsi taasifame.
Lammiileen kanneen rakkoo nageenyaa…
MM Dr Abiy Daamaraa Masqalaatin baga ittiin isin ga’e jedhan
Finfinnee, Fulbaana 15, 2013 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad ayyaana Daamaraa Masqalaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan.
Muummee ministiraa ayyaanni Daamaraa…
Torbee sadan darbanitti Ityoophiyaanoonni Jiddaa fi Riiyaaditti manneen sirreessaa keessa turan 672…
Finfinnee, Fulbaana 15, 2013 (FBC) – Torbee sadan darbanitti Ityoophiyaanoonni sanada malee Saa’ud Arabiya galuun Jiddaa fi Riiyaaditti manneen sirreessaa keessatti dararamaa turan 672…
Filannoo biyyaalessaa 6ffaa ilaalchisee ambaasaaddarootaaf ibsi laatame
Finfinnee, Fulbaana 15, 2013 (FBC) – Filannoo biyyaalessaa marsaa 6ffaa ilaalchisee ambaasaaddaroota fi Dippiiloomaatoota biyyoota garaagaraa teessoo isaanii Finfinnnee godhataniif ibsi…
Wajjiraaleen badhaadhinaa hundi akka maatii badhaadhinaa tokkootti sochuu akka qaban eerame
Finfinnee, Fulbaana 15,2013 (FBC)- Hojiin Siyaasaa fi qunamtii hawaasaa badhaadhinaa lafa akka qabatuuf wajjiraaleen badhaadhinaa hundi akka maatii badhaadhinaa tokkootti sochuu akka qaban…
Ayyaana Irreechaa sababa dhukkuba vaayrasii koronaatin akka durii miiliyoonan kabajuun hin danda’amu…
Finfinnee, Fulbaana 15, 2013 (FBC) – Ayyaana Irreecha bara kanaa sababa dhukkuba vaayrasii koronaatin akka durii heddummaachuun, miiliyoonan kabajuun hin danda’amu jedhame.
Abbaan Gadaa…
Hashiishiin kuntaalli 46 naannoo Amaaraa godina Goondar Lixaatti qabame
Finfinnee, Fulbaana 15, 2013 (FBC) – Hashiishiin kuntaalli 46 naannoo Amaaraa godina Goondar Lixaatti qabame.
Baalli sammuu namaa adoochu kun ka’umsasaa Shaashamannee kan taasifate…
Godina Gaamootti Rooba cimaa roobuun jijjigoon namaa fi qabeenyarra miidhaa qaqqabsiise
Finfinnee, Fulbaana 15, 2013 (FBC) – Godina Gaamootti Rooba cimaa roobeen Jijjigoon lubbuu namaa fi qabeenyarra miidhaa qaqqabsiisuu ibsame.
Jijjigoo uumameen lubbuun namoota 3 yoo…
Meeshaa waraanaa dabalatee Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 18 olitti tilmaamamu…
Finfinnee, Fulbaana 15,2013 (FBC)- Meeshaa waraanaa dabalatee Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 18 olitti tilmaamamu too’atame.
Konkolaataan fe’umsaa Finfinneerraa gara…