Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ayyaanni Daamaraa Masqalaa fi Irreechi nagayaan akka kabajamu qophiidha- Koomiishinii Poolisii…
Finfinnee, Fulbaana 15, 2013 (FBC) – Koomiishiniin Poolisii Federaalaa ayyaanni Daamaraa Masqalaa fi Irreechi nagayaan akka kabajamu qophii xumuruusaa beeksise.
Koomiishinichi…
Artiist Almaaz Hayleen(Maamii) boqatte
Finfinnee, Fulbaana 15, 2013 (FBC) – Artiist Almaaz Hayleen(Maamii) boqatte.
Artiist Almaaz fiilmotaa fi tiyaatiroota hedduurratti taatummaan taphatteetti.
Guyyootii 15f…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 604 vaayrasii koroonaan qabaman
Finfinnee, Fulbaana 15, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo guyyaa kaleessattiin namoonni dabalataa 604 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsameera.
Gabaasichaan qorannaan laabraatoorii 8,348…
Aadde Adaanach Abeebe qaamoolee ijaarsaa addabaabaayii masqaalaarratti hirmaatan galateefatan
Finfinnee, Fulbaana 14, 2013 (FBC)-Itti aantuun kantiibaa Magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee proojaktiin addabaabaayii masqalaa saffisaa fi qulqullinaan akka hojjetamuuf qaamoolee…
Heera mootummaa cabsuun humni fedhiikoon guuta jedhu kamuu irratti tarkanfii fudhachuuf ni dirqamna-…
Finfinnee, Fulbaana 14, 2013 (FBC)- Itti aanaan eetaamaajoor Jeneraal Birhaanu Juulaa, jijjiiramu Nootaa Birrii Ityoophiyaan walqabatee dadabarsa maallaqa seeraan alaa to’achuuf ciminaan…
Namoonni dhuunfa 2 maallaqa sobaa kuma dhibba 1 fi kuma 80 baankiitti geessun jijjiiruuf yaalan…
Finfinnee, Fulbaana 14, 2013 (FBC)- Namoonni dhuunfa 2 maallaqa sobaa kuma dhibba 1 fi kuma 80 baankiitti geessun jijjiiruuf yaalan har’a to’annaa jala oolaniiru
Namoonni lameen kun…
Manni murtii olaanaa godina Shawaa Bahaa mirga wabii Birrii kuma 100 obbo Lidatuu Ayyaaleew eyyamee…
Finfinnee, Fulbaana 14, 2013 (FBC)- Manni Murtii Olaanaa godina Shawaa Bahaa mirga wabii Birrii kuma 100 obbo Lidatuu Ayyaaleew eyyamee dhorkameera.
Wabicha kan dhorke dhaddachaa…
Naannoon Kibbaa Affaaritti lammiilee balaa lolaatiin miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 5tti…
Finfinnee, Fulbaana 14,2013 (FBC)- Naannoon Kibbaa Affaaritti lammiilee balaa lolaatiin miidhamaniif deeggarsa meeshaalee fi maallaqaa Birrii miiliyoona 5tti tilmaamamu taasise.…
Namni dhuunfa sanadootaa fi paaspoortii sobaa qopheessa ture to’anno jala oole
Finfinnee, Fulbaana 14, 2013 (FBC)- Kutaa magaalaa Addiisiitti namni dhunfaa mana isaa keessa paaspoortii dabalatee sanadoota sobaa qopheessa ture to’annoo jala oolera.
Namni kun eeruu…
Abbaan Taayitaa biroodkaanstiingii Ityoophiyaa karoora waggaa 10 irratti marii’ate
Finfinnee, Fulbaana 14,2013 (FBC)-Abbaan Taayitaa biroodkaanstiingii Ityoophiyaa karoora waggaa 10 irratti marii’ate.
Abbaan taayitichaa karoorichaan dhimmoota miidiyaalee cimsuu…