Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Buufanni raabsaa humna elektiriikaa Giincii tajaajilaaf qophii ta’e
Finfinnee Fulbaana 13, 2013(FBC)-Dhaabbata Hindi ‘Larson and Turbo’ jedhamuun kan ijaarramee buufanni raabsaa humna eleektiriikaa Giincii kiiloo vooltii 230/15 qabu tajaajilaaf qophii ta’uu…
Dooktar Teedroos Adhaanoomii fi Artiist Abeel Tasfaayee namoota dhiibbaa uumtoota bara 2020…
Finfinnee, Fulbaana 13, 2013 (FBC) - Barruun Taayimsi daayreekara olaanaa Dhaabbata Fayyaa Addunyaa Dooktar Teedroos Adhaanoomii fi dhalataa Ityoophiyaa Artiist Abeel Tasfaayee dhiibbaa…
Yuunvarsiitiiwwan garaagaraa proojakti maaddii biyyaaf Birrii miiliyoona 91 ol laatan
Finfinnee Fulbaana 13, 2013(FBC)- Yuunvarsiitiiwwan itti waamamni isaanii Ministeera Saayinsii fi Dhaabbilee Barnoota olaanoo ta’an proojaktii maaddii biyyaaf Birrii miiliyoona 91 ol…
Ayyaana bara haaraa ummata Gaamoo ‘Yoo Maasqaala’ ‘UNESCO’tti galmeessisuuf hojjetamaa…
Finfinnee, Fulbaana 13, 2013 (FBC) - Ayyaana bara haaraa ummata Gaamoo ‘Yoo Maasqaala' ‘UNESCO’tti galmeessisuuf hojjetamaa jiraachuu ibsame.
Ayyaana bara haaraa ummata Gaamoo…
Ityoophiyaatti lakkoofsi namoota Vaayrasii koroonaan qabamanii kuma 70 caale
Finfinnee, Fulbaana 13, 2013 (FBC) - Ityoophiyaatti lakkoofsi namoota Vaayrasii koroonaan qabamanii kuma 70 caaluu Ministeerri Fayyaa Beeksiseera.
Gabaasa qorannoo guyyaa…
Lammiileen Ityoophiyaa 251 Sawuud Arabiyaa irraa deebi’an
Finfinnee, Fulbaana 12, 2013 (FBC) –Lammiileen Ityoophiyaa 251 Sawuud Arabiyaa irraa deebi’an.
Lammiileen Ityoophiyaa 251 guyyaa har’aa Sawuud Arabiyaa Jiddaa irraa deebi’aniiru.…
Komishiinii Carraa Hojii Uumuu Bulchiinsa Dirree Dawaatti qaamolee damichaa waliin marii’ate
Finfinnee, Fulbaana 12, 2013 (FBC) –Komishiinii Carraa Hojii Uumuu Bulchiinsa Dirree Dawaatti qaamolee damichaa waliin marii’ate.
Komishiinii Carraa Hojii Uumuu Bulchiinsa Dirree…
Jilli abbootii qabeenyaa Sudaan daawwannaaf Ityoophiyaa gale
Finfinnee, Fulbaana 12 , 2013 (FBC) - Jilli abbootii qabeenyaa Sudaan daawwannaaf Ityoophiyaa galuu ibsameera.
Ityoophiyaa fi Sudaan Invastimantiin walitti hidhuun hariiroo…
Obbo Lidatuu Ayyaaleew wabii Birrii kuma dhibba 1tin akka gadhiifaman Manni Murtii Olaanaa Shawaa…
Finfinnee, Fulbaana 12 , 2013 (FBC) – Obbo Lidatuu Ayyaaleew wabii Birrii kuma dhibba 1tin akka gadhiifaman Manni Murtii Olaanaa Shawaa Bahaa eeyyame.
Obbo Lidatuun labsii…
Jilli obbo Musxafee Umariin durfamu magaalaa Samaraa gale
Finfinnee, Fulbaana 12, 2013 (FBC) – Jilli Itti Aanaa Preezdaanti mootummaa naannoo Somaalee obbo Musxafee Umariin durfamu naannoo Affaar magaalaa Samaraa galeera.
Daawwanichaan…