Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ambaasaaddaroota teessoo isaanii Finfinnee godhataniif proojaktii “maaddii biyyaa” ilaalchisuun ibsi…
Finfinnee, Fulbaana 12, 2013 (FBC) – Ambaasaaddaroota biyyoota garagaraa teessoo isaanii Finfinnee godhataniif proojaktii “maaddii biyyaa” ilaalchisuun ibsi kenname.
Ministeerri…
Filannoo biyyoolessaa 6ffaan akka gaggeeffamu murtaa’e
Finfinnee, Fulbaana 12,2013 (FBC) – Filannoo biyyoolessaa 6ffaan akka gaggeeffamu murtaa'e.
Manni Maree Bakka Bu'oota Ummataa FDRI filannoon biyyoolessaa 6ffaan weerara vaayrasii koroonaa…
Himannaan obbo Iskindir Naggaafaarratti baname akka fooyya’u manni murtichaa ajaje
Finfinnee, Fulbaana 12,2013 (FBC) – Himannaan obbo Iskindir Naggaafaarratti baname akka fooyya'u manni murtichaa ajaje.
Obbo Iskindir Naggaa dabalatee himannaan namoota 7rratti…
Haala bara barnootaa 2013 irratti mariin gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 12, 2013 (FBC) - Haala bara barnootaa 2013 irratti mariin gaggeeffamaa jira.
Gaggeesitootni Ministeera Barnootaa fi Hoggantootni Biiroo Barnootaa naannoo haala…
Manni maree dhimmoota garaagaraa qorachuun raggaasise
Finfinnee, Fulbaana 12 , 2013 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummata FDRI walga’ii ariifachiisaa 4ffaa bara hojii 5ffaa har’a galma walga’ii Waajjira Muummee Ministiraatti…
MM Dr Abiy Ahimad ayyaana hundeeffama waggaa 75ffaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniirratti ergaa…
Finfinnee, Fulbaana 12, 2013 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad ayyaana hundeeffama waggaa 75ffaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniirratti ergaa dabarsan.
Muummee…
Biyyoonni waliigaltee hidha haaromsaa irratti fayyadamummaa waliinii bu’uura godhachuun waliigaluu…
Finfinnee, Fulbaana 12, 2013 (FBC) – Biyyoonni waliigaltee hidha haaromsaa irratti fayyadamummaa waliinii bu’uura godhachuun waliigaluu danda’u qabu – Hojii Raawwachiisaa IGAD…
Namoonni dabalataa 889 vaayrasii koroonaatin yoo qabaman, 320 dandamataniiru
Finfinnee, Fulbaana 12, 2013 (FBC)- Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 889 vaayrasii koroonaatin yoo qabaman, 320 ammoo dandamataniiru.
Gabaasa qorannaa vaayrasii koroonaa sa'aa 24…
Magaalichatti bara 2011 namoota carraan manneen waliin jireenyaa ba’eef waliigaltee hin raawwannee…
Finfinnee, Fulbaana 11, 2013 (FBC)- Finfinneetti Gurraandhala 27, 2011 namoota carraan manneen waliin jireenyaa ba’eef waliigaltee hin raawwannee fi furtuu hin fudhanneef ariitiin…
Qullubbii diimaan kuntaalli 300 seeraan alaa biyya keessa galuuf ture to’annoo jala oole
Finfinnee, Fulbaana 11, 2012 (FBC)-Qullubbii diimaan kuntaalli 300 abbummaan isaa hin beekamne seeraan alaa biyya keessa galuuf ture to’anno jala oolu Komiishiniin Gumurukaa Ityoophiyaa…