Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dilbata boruu Fulbaana 10, 2013 Finfinnee dameelee filatamanitti tajaajila ni kenna
Finfinnee, Fulbaana 9, 2013 (FBC) – Dilbata boruu Fulbaana 10, 2013 Finfinnee dameelee filatamanitti tajaajila ni kenna.
Baankiin daldala Itiyoophiyaa, raabsaa birrii haaraa…
MM Dr. Abiy Proojaktii Humna Bishaanii Oomoo laga Oomoo daawwatan
Finfinnee, Fulbaana 9, 2013 (FBC) – Proojaktiin Humna Bishaanii Oomoo laga Oomoorratti kan argamu yoo ta'u, hojiinsaa dhibbeentaa 37 xumuramuu Muummeen ministiraa Dooktar Abiy Ahimad…
Obbo Jawaar Mahaammadii fi Baqqalaa Garbaa dabalatee namoota 24 irratti himatni baname
Finfinnee, Fulbaana 9, 2013 (FBC) –Obbo Jawaar Mahaammadii fi Baqqalaa Garbaa dabalatee namoota 24 irratti himatni baname.
Jawaar Mahaammad, Baqqalaa Garbaa, Hamzaa Adaanaa…
Ejansichi karoora hojii waggoottan kurnan dhufaniirratti magaalaa Adaamaatii marii’achaa jira
Finfinnee, Fulbaana 9, 2013 (FBC) – Ejansiin dhimma kaafamtoota miisoomaa Oromiyaa rawwii hojii bara 2012 fi karoora hojii waggoottan kurnan dhufaniirratti magaalaa Adaamaatii marii’achaa…
Aadde Adaanach hospitaala haadholii fi daa’immani baasii Birrii miiliyoona 400 ijaarrama jiru…
Finfinnee, Fulbaana 9, 2013 (FBC)- Itti aantuun kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee hospitaala haadholii fi daa’immanii baasii Birrii miiliyoona 400 Haayaatitti ijaarrama…
Yuunivarsitiin Haramaayaa barattoota kuma 2 fi 800 barsiisaa ture eebbisiise
Finfinnee, Fulbaana 9, 2013 (FBC)- Yuunivarsitiin Haramaayaa barattoota kuma 2 fi 800 barsiisaa ture eebbisiise.
Yuunivarsiitichi barattoota digrii jalqabaa hanga doktaraatti barsiisaa ture…
Jilli Preezdaantii mootummaa naannoo Oromiyaan durfamu sosochii qonnaa naannoo Oromiyaa daawwata…
Finfinnee, Fulbaana 9, 2013 (FBC)- Jilli preezdaantii mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan durfamuu sochii qonnaa naannoo Oromiyaa daawwata jira.
Jilli kun,…
Gudinni gulantaa miseensota poolisii godina Booranaa 549f kenname
Finfinnee, Fulbaana 9, 2013 (FBC)-.Koomishiiniin Poolisii Oromiyaa qondaaltootaafi miseensota poolisii godina Booranaa 549f gulantaa guddinaa kenneera.
Gulantaan kenname kunis gargaaraa…
Naannoo Oromiyaa godinaalee fi bulchiinsa magaalota Oromiyaa gargaraatti dullii qulqulliina…
Finfinnee, Fulbaana 9, 2013 (FBC)- Naannoo Oromiyaa godinaalee fi bulchiinsa magaalota adda addatti guyyaan qulqullinaa idil addunyaa sosochii dulaa qulqullinaan kabajameera.
Qaamoleen…
Guyyaan qulqullinaa idil addunyaa Finfinneetti duula sosochii qulqullinaan kabajama jira
Finfinnee, Fulbaana 9, 2013 (FBC)- Guyyaan qulqullinaa idil addunyaa magaalaa Finfinneetti duula sosochii qulqullinaan kabajama jira.
Sagantaan qulqullinaa kun barii sa’aati 12 irraa…