Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 602 vaayrasii koroonaatin qabamuun isaanii mirkanaa’e
Finfinnee, Fulbaana 8, 2013 (FBC) – Gabaasa qorannaa sa’aa 24 darbeetiin namoonni dabalataa 602 vaayrasii koroonaatin qabamuun isaanii mirkanaa’era.
Sa’aa 24 kaleessa darbeen…
Hoggantoonni olaanoo Federaalaa fi naannoo rakkoo godina Matakkal aanaa Bulaanitti uumame…
Finfinnee, Fulbaana 8, 2013 (FBC) - Hoggantoonni olaanoo Federaalaa fi naannoo rakkoo godina Matakkal aanaa Bulaanitti uumame furuufirratti kutaalee hawaasaa garagaraa waliin mari’atan.…
Finfinneetti Birriin miiliyoona 10.6 fi Doolaarri Ameerikaa kuma 100 to’annaa jala oole
Finfinnee, Fulbaana 8, 2013 (FBC) – Finfinneetti Sakatta'insa Maallaqa seeraan alaa socho'u guyyoota 3'n Birriin miiliyoona 10.6 fi Doolaarri Ameerikaa kuma 100 to'annaa jala ooluusaa…
Weerarri vaayrasii koroonaa erga darbee boodde hojiiwwan hojjeennu hundi jijjiirama qilleensaa bifa…
Finfinnee, Fulbaana 8, 2013 (FBC) – Preezdaantii FDRI Saahlawarqi Zawdee Weerarri vaayrasii koroonaa erga darbee boodde hojiiwwan hojjeennu hundi jijjiirama qilleensaa bifa haammateen ta’uu…
Obbo Lidatuu Ayyaalaw himata meeshaa waraanaa qabatanii argamuu irratti mormii dhiyeessan
Finfinnee, Fulbaana 8, 2013 (FBC) – Obbo Lidatuu Ayyaalaw himata meeshaa waraanaa qabatanii argamuu irratti mormii dhiyeessan.
Abukattoonni lamaan obbo Lidatuu Ayyaalaw mormii har’a…
Sanitaayzariin Veelveeksi, Zooyii fi cuunfaan wayinii diimaa Paayuneer faayidaarra akka hin oolle…
Finfinnee, Fulbaana 8, 2013 (FBC) –Sanitaayzariin Veelveeksi, Zooyii fi cuunfaan wayinii diimaa Paayuneer faayidaarra akka hin oolle dhorkame.
Sanitaayzariin Veelveeksi, Zooyii fi …
Qaamooleen nageenya maallaqa miiliyoona 1 fi kuma dhibba 5 gadi akka maallaqa seeraan alaatti…
Finfinnee, Fulbaana 8, 2013 (FBC) – Qaamooleen nageenya maallaqa miiliyoona 1 fi kuma dhibba 5 gadi akka maallaqa seeraan alaatti ilaaluun too'achuu akka hin qabne Baankiin Biyyaaleessaa…
Oromiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeetiin namoonni 73 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame
Finfinnee, Fulbaana 8, 2013 (FBC) –Naannoo Oromiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeetiin namoonni 73 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame.
Naannichaatti sa’aa 24 darbeetiin…
Dooktar Abiy Ahimad Jimmaa jiru
Finfinnee, Fulbaana 8, 2013 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad har’a waaree booda magaalaa Jimmaa galaniiru.
Dooktar Abiyy Ahimad buufata xiyyaaraa Jimmaa Abbaa Jifaar…
Manni marichaa duub deebii fi tarkaanfi fuulduraa weerara vaayrasii koroonaarratti murtee yaadaa…
Finfinnee, Fulbaana 8, 2013 (FBC) – Manni maree Bakka Bu’oota Uummataa duub deebii fi tarkaanfi fuulduraa weerara vaayrasii koroonaa ilaalchisee yaada Ministeerri Fayyaa dhiyeessirratti…