Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Buufanni sakattoo daandii Iityoo Jibuutii 3ffaan hojii eegale
Finfinnee, Fulbaana 11, 2013 (FBC) – Buufanni sakattoo daandii Iityoo Jibuutii 3ffaan hojii eegale.
Buufatichi naannoo Afaar Balihoorratti kan ijaarrame yoo ta'u, kaleessa…
Gabaasa vaayrasii koroonatiin Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 689 vaayrasichaan qabamaniiru
Finfinnee, Fulbaana 11, 2013 (FBC) – Gabaasa vaayrasii koroonatiin Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 689 vaayrasichaan qabamaniiru.
Gabaasa sa'aa 24 kaleessa galgala ba'een…
Buufanni Elektirikaa Amboo eebbifame
Finfinnee, Fulbaana 10, 2013 (FBC) – Buufanni Elektirikaa Amboo rakkoo humna elektirikaa godina Shawaa Lixaa fi naannaawwaa Amboo furuuf shoora olaanaa qabaachuu himame.…
Manni marichaa muudamoota garaagaraa raggaasisuun xumurame
Finfinnee, Fulbaana 10, 2013 (FBC) Manni Maree naannoo Gaambeellaa yaa’ii ariifachiisaa 4ffaa bara hojii 5ffaa gaggeesseen muudama Af yaa’ii naannichaa fi qaamoolee hojiiraawwchiiftuu…
Magaalaa Walisoo fi godina Gujii Lixaatti miseensoota Poolisiif guddinni gulataa laatame
Finfinnee, Fulbaana 10, 2013 (FBC) – Magaalaa Walisoo fi godina Gujii Lixaatti miseensoota Poolisiif 495f guddinni gulataa laatamu ibsameera.
Magaalaa Walisoott miseensota…
Doolaarri kumni dhibbi 1 fi kumni 50 seeraan ala socho’aa ture too’atame
Finfinnee, Fulbaana 10, 2013 (FBC) –Doolaarri kumni dhibbi fi kumni 50 karaa seeraan alaan gara Sudaanitti ce'uuf socho’aa ture magaalaa Matammaatti too’atame.
Guyyaa kaleessaa…
Eejansiin Dhimma hawaasa misoomaaf kaafamanii hawaasa sababa misoomaan ka’aniif Abukaatoo ta’ee ni…
Finfinnee, Fulbaana 10, 2013 (FBC) - Eejansiin Dhimma hawaasa misoomaaf kaafamanii hawaasa sababa misoomaan ka’aniif Abukaatoo ta’ee ni hojjata jedhame.
Eejensiin dhimma…
Giddugalli Arteefishaal Intalajansii eebbifame
Finfinnee, Fulbaana 10, 2013 (FBC ) - Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad giddugala Arteefishaal Intalajansii har’a eebbisiisaniiru.
Giddugalli kun yaada Muummeen…
Aadde Adaanachi magaalaa Samaraa galan
Finfinnee, Fulbaana 10, 2013 (FBC) - Itti aantuu Kaantibaan magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee lammiilee balaa lolaan miidhaman deeggaruuf naannoo Afaar magaalaa Samaraa galan.…
Magaalaa Ambootti dhagaan bu’uraa Siidaa Artiist Haacaaluu Hundeessaa fi giddugala Aadaa fi seenaa…
Finfinnee, Fulbaana 10, 2013 (FBC ) - Siidaa yaadannoo Artiist Haacaaluu Hundeessaa fi giddugala Aadaa fi Seenaa Oromoo magaalaa Ambootti ijaaruuf dhagaan bu’uraa kaa’ame.…